Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Indaastiriin Qonnaa galma tokko jajjabeessa-Pir. Shimallis
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC)- Kilaastara omishaa fi hambaa omisha qonnaa akka galteetti fayyadamuun kan omishu Indaastiriin Qonnaa toora lamaan, galma tokko jajjabeessa jedhan…
Ataasheewwan biyyoota garaagaraa Hidha Haaromsaa daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC)- Ataasheewwan loltummaa biyyoota garaagaraa teessoon isaanii Finfinnee ta'e Hidhaa Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa daawwataniiru.
Daawwannaa…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa Nageenya Waaraa Buusuuf tattaaffii eegale cimsee itti fufa – Obbo…
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa Nageenya Waaraa Buusuuf tattaaffii eegale cimsee kan itti fufa ta’uu beeksiise.
Mootummaan Naannoo Oromiyaa…
Koreen filannoo Walitti Qabaa Boordii Filannoo Biyyaalessaa hojii eegale
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC)- Koreen filannoo kaadhimamtoota Walitti Qabaa Boordii Filannoo Biyyaalessaa hojii eegaluu beeksiseera.
Walitti Qabaan Korichaa Lubni Taagaay…
Ambaasaaddar Silaashii Baqqalaan Seenaatara Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC)- Ameerikaatti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Silashii Baqqalaan Seenatara Ameerikaa Maayik Roondis waliin mari’ataniiru.
Mariin isaaniis…
Dorgaa Dorgeen Faanaa Laamroot boqonnaan 15ffaan boru xumura argata
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC) – Dorgaa Dorgeen Faanaa Laamroot boqonnaa 15ffaan torbeewwan 8’f gaggeeffamaa ture boru xumura argata jedhame.
Maqdas Zawdee, Hayilayesuus Isheetuu,…
Dooktar Abiy Ahimad Saa’ud Arabiyaa galan
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC)- Jilli Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu Saa’ud Arabiyaa Riyaad galeera.
Jilichis yaa’ii jalqabaa Afrikaa-Saa’ud Arabiyaa…
Aadde Adaanech muuxannoo karooraa misoomaa, sirna faayinaansii fi galii walitti qabuu Finfinnee…
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen, karoora misooma fuulduree, sirna faayinaansii fi galii walitti qabuu bulchiinsa…
Obbo Dammaqaan Itiyoophiyaatti Bakka Bu’aa Baankii Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Itiyoophiyaatti Bakka Bu'aa Baankii Addunyaa Osmaan…
Obbo Dammaqaan gita isaanii Taanzaaniyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee Obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Taanzaaniyaa Jaanuuwaarii Maakaambaa waliin mari'ataniiru.…