Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Poolaandi barattoota Itiyoophiyaaf carraa barnoota bilisaa laatte
Finfinnee, Fulbaana 5, 2016 (FBC) – Poolaandi dabalataan barattoota Itiyoophiyaaf carraa barnoota bilisaa laachuu beeksiifte.
Baasiin barattoota yeroo dhiyootti gara Poolaanditti barnoota…
Itiyoophiyaan sagantaa Ashaaraa magariisaan sona qonnaa mirkaneessuu qofa osoo hin taane misooma…
Finfinnee, Fulbaana 5, 2016 (FBC) – Bunni waggaa 3 dura sagantaa Ashaaraa Magariisaan dhaabbate firii buusaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Itiyoophiyaan…
Koreen hojii Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa dhimmoota adda addaarratti mari’achuun…
Finfinnee, Fulbaana 5, 2016 (FBC) – Koreen hojii Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa walga'ii idilee gaggeesseen dhimmoota adda addaarratti mari'achuun kallattii kaa'eera.
Korichi karoora…
Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Ittaanaa Ministiraa Dhimmootaa Idil Addunyaa Kaanaadaa waliin…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2016 (FBC)- Ministir deetaan ministeera dhimma alaa Ambaasaaddar Misgaanu Argaan Ittaanaa Ministiraa Dhimmoota Idil Addunyaa Kaanaadaa Cheerlii Arbaan waliin…
Yaa’iin Komishinaroota naannolee fi bulchiinsa magaalootaa 15ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Fulbaana 4, 2016 (FBC) – Yaa’iin Komishinaroota naannolee fi bulchiinsa magaalootaa 15ffaan Waajjira Muummee Poolisii Federaalaatti gaggeeffameera.
Yaa’ichi karoora tarsiimawaa…
Lakkoofsa Tarbaayinnoota Hidha Guddicha Haaromsaa Anniisaa maddisiisanii 7ga’uuf hojjetama jira…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2016 (FBC) – Lakkoofsa Tarbaayinnoota Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa Anniisaa maddisiisanii 7 ga’uuf hojjetama jiraachuu Ministirri Ministeera Bishaanii fi…
Pirojektiin jallisii Qexoo Birrii biiliyoona 1’n ijaaramaa jira
Finfinnee, Fulbaana 4, 2016 (FBC)- Pirojektiin misooma jallisii Qexoo Birrii biiliyoona 1'n ijaaramaa jiraachuu Ministeerri Jallisii fi Naannawaa Gammoojji beeksise.
Misoomni jallisii…
Leenjiin hoggantoota olaanoo Paartii Badhaadhinaa eegalame
Finfinnee, Fulbaana 4, 2016 (FBC) – Leenjiin hoggantoota olaanoo Paartii Badhaadhinaa mata duree ‘Idaarraa gara Mindaatti’ jedhuun marsaan jalqabaa magaalaa Adaamaatti eegalameera.…
Faanaa Laamroot marsaa 15ffaan boru eegala
Finfinnee, Fulbaana 4, 2016 (FBC)- Dorgaadorgeen Faanaa Lamroota marsaa 15ffaan boruu eegala.
Marsaa 15ffaa kanaan dorgomtoota kuma 1 keessaa dorgomtoonni 12 kan darbaniidha.
Sanbataa…
Jilli Obbo Dammaqaa Mokonniin durfamu Kuubaa gale
Finfinnee, Fulbaana 4, 2016 (FBC)- Gareen jilli Ittaanaan Muummee Ministira fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokoonniin durfamu Kuubaa Haavaanaa galeera.
Obbo Dammaqaan wayita…