Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lagni Baaroo guutuun lammiileen buqqaa’an akka deeggaraman waamichi dhiyaate
Finfinnee, Fulbaana 6, 2016 (FBC)- Magaalaa Gaambeellaatti Lagni Baaroo guutuun gandoota magaalichaatti miidhaa qaqqabsiiseen, jiraattoota qe’eesaaniirraa yoo buqqisu qabeenyaarraan…
Teessumni lafaa Geedee’oo ‘UNESCO’tti galmaa’e
Finfinnee, Fulbaana 6, 2016 (FBC)- Godinaa Geedee’ootti kan argamu teessumni lafaa aadaa Geedee’oo Dhaabbata Aadaa, Barnootaa fi Saayinsii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti…
Irreechi baranaa Fulbaana 26 fi 27 kabajama
Finfinnee, Fulbaana 6, 2016 (FBC)- Irreechi Hora Finfinnee fi Hora Arsadee Fulbaana 26 fi 27, 2016 akka kabajamu Gamtaan Abbootii Gadaa Oromoo beeksiise.
Irreechi baranaa dhahaa Oromoo…
Ikoo-Turizimiin haroowwan Wanciifi Dandii sadarkaa dhumaarra gahaa jiru-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Fulbaana 6, 2016 (FBC)-Sagantaa Maaddii Biyyaatiin misoomaa kan jiran Ikoo-Turizimiin haroowwan Wanciifi Dandii sadarkaa dhumaarra gahaa jiruaachuu Pireezidaantiin Naannoo…
Faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa eegsisuun ajandaa walooti-Mana Marichaa
Finfinnee, Fulbaana 6, 2016 (FBC)- Dhimmi faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa eegsisuu, ijaarsi nageenyaa fi misoomni ajandaa waloo biyyaalessaa ta’ee kan itti fufu ta’uu Manni Maree Waloo…
Godina Baaleetti gaagurri ammayyaa kumni 55 ol Qonnaan bultootaaf raabsamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 5, 2016 (FBC) – Godina Baaleetti inisheetivii misooma dammaa milkeessuuf gaagurri ammayyaa kuma 55 ol raabsamaa jiraachuu waajjirri qonnaa godinichaa beeksise.…
Fulbaana 7 -11, 2016 torbee barnootaa ta’uun ni kabajama – Ministeera Barnootaa
Finfinnee, Fulbaana 5, 2016 (FBC) – Fulbaana 7 -11, 2016 torbee barnootaa jedhamee kan kabajamu ta'uu Ministeerri Barnootaa beeksiise.
Kalaandaarri waliigalaa damee barnootaa bara 2016…
Dhaabbileen idil addunyaa fedhii biyyoota Kibbaa guuturratti fooyya’insa dhugaa taasisuu qabu…
Finfinnee, Fulbaana 5, 2016 (FBC) – Dhaabbileen idil addunyaa fedhii biyyoota Kibbaa guuturratti fooyya’insa dhugaa taasisuu akka qaban Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma…
Ambasaaddar Tashoomaa Toogaan Hoggaantoota Dhaabbilee idil Addunyaa wlaiin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 5, 2016 (FBC) – Komishinnarri Komishinii Haaroomsa Biyyaaleesaa Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaan Hoggaantoota dhaabbilee Idil Addunyaa garaagaraa waliin mari’ataniiru.…
Obbo Dammaqaan Pireezidaantii Kuubaa Miiguuwerl Beermuudeez waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 5, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Pireezidaantii Kuubaa Miiguuwel Beermuudeez waliin mari'ataniiru.
Yaa'iin…