Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Afaan Oromoo afaanota bal’inaan dubbataman taasisuuf biirichi gahee isaa akka bahatu beeksise
Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)- Biiroon Barnootaa Oromiyaa hojiilee Hiikkaa ‘Guugil’ (Google Translate) Afaan Oromoo irratti hojjatamaa jiruuf gahee isaa akka bahatu beeksise.…
Hidhi Haaromsaa naannawichaatti dhaga’amtummaa siyaasaa Itiyoophiyaa akka guddisu akeekame
Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)- Hidhi Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa humna elektirikii maddisiisuun diinagdee fi hawaasummaa biyyatti guddisuu garasitti damee siyaasaan dhaga’amtummaa…
Meeshaaleen Barnootaa Birrii miiliyoona 9.4’tti tilmaamamu deeggarsa taasifame
Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)- Naannoo Harariitti meeshaaleen barnoota Birrii miiliyoona 9.4’tti tilmaamaman barattoota maatii harka qalleeyyiif taasifame.
Deeggarsichi, Biiroo…
Masqallii fi Irreechi nagaan akka kabajamaniif dargaggoonni qindeessitootaa kuma 15 ol qophaa’aa…
Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)- Masqallii fi Irreechi Magaalaa Finfinneetti nagaan akka kabajamaniif dargaggoonnni tola ooltotaa muuxannoo qaban kuma 15 ol qophii taasisaa jiraachuu…
Qonnaan bultoonni dhuunfaa fi gareen teeknoolojiiwwan qonnaa akka argatan hojjetamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)- Qonnaan bultoonni dhuunfaa fi gareen teeknoolojiiwwan qonnaa ammayyaa’oo akka argataniif giddugaloonni makkaanaayizeeshinii qonnaa naannolee hundaatti…
Yaa’iin walta’iinsa dhimmoota nageenyaa Galaanaa Diimaarratti xiyyeeffate gaggeefamuufi
Yaa’iin walta’iinsa dhimmoota nageenyaa Galaanaa Diimaarratti xiyyeeffate gaggeefamuufi
Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)- Walta’iinsi dhimmootaa nageenya jijijjiiramaa Galaanaa Diimaa…
Godaantoonni Itiyoophiyaa 125 Jibuuttirraa gara biyyaatti deebifaman
Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)- Godaantonni lammiilee Itiyoophiyaa 125 Jibuuttirraa gara biyyaatti deebifamaniiru.
Godaantoota kanneen Dhaabbata Godaantoota Idil Addunya waliin ta’uun…
Obbo Dammaqaan Mana Maree Nageenyaatti bakka bu’ummaan haqa qabeessii akka jiraatuuf gaafatan
Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)- Ittaanaan Ministiraa Muummee fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnniin Mana Maree Nageenyaa Dhaabbataa Mootummota Gamtoomaniitti bakka bu’ummaan…
Jiraattoonni naannawaa Abbayaa, Qooqaa fi Awaash jiraatan of eggannoo akka taasisan waamichi…
Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)- Jiraattoonni naannawaa Yaa’awwan Abbayaa, Qooqaa fi Awaash jiraatan of eeggannoo akka taasiisan Inistiitiyuutiin Raaga Haala Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Atileet Qananiisaa Baqqalaan Dooktireetii Kabajaa kennameef fudhate
Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)-Atileet Qananiisaa Baqqalaan Dooktireetii Kabajaa Yuunivarsiitii Arsiirraa kennameef fudhateera.
Gootichi Atileet Qananiisaa Baqqalaa Dooktireetii…