Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daandiin qilleensichaa Xiyyaaroota A350 – 900 11 bituuf Eer Baas waliin waliigaltee…
Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Waliigaltee Xiyyaaroota A350 -900 11 bituuf dandeessisu Dhaabbata Oomishaa Eer Baas waliin mallatteesseera.…
Gaaffiin karra galaanaa Itiyoophiyaa filannoo osoo hin taane dhimma birmadummaati –…
Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) – Gaaffiin karra galaanaa Itiyoophiyaa filannoo osoo hin taane dhimma birmadummaa ta’uu Ministeeri Geejjibaa fi Loojastiksii beeksiise.
Dandeettii…
Jilli Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu sassabbii Misooma Ruuzii Godina Jimmaa jalqabsiise
Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) – Jilli Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu sassabbii Misooma Ruuzii Godina Jimmaa jalqabsiiseera.…
Kabaja Guyyaa Farra Malaammaltummaa cinaatti hojiin qabeenya hoggantootaa galmeessuu ni gaggeeffama…
Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) – Barana Kabaja Guyyaa Farra Malaammaltummaa 20ffaa cinaatti hojiin qabeenya hoggantootaa galmeessuu kan gaggeeffamu ta’uu ibsameera.
Komishiniin Namuusaa…
Jilli Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu godina Jimmaatti misooma Muuzii sanyii filatamaa daawwate
Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) – Jilli Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu Misooma Muuzii sanyii filatamaa Godina Jimmaa…
Dooktar Abiy Pireezidaantii Mana Maree Birmadummaa Riippaablika Sudaan waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Mana Maree Birmadummaa Riippaablika Sudaan Jeneraal Abduulfattahii Alburihaanii fi jila isaaniin…
Jilli Obbo Adam Faaraahiin durfamu Chaayinaatti Piroojektii jallisii Duujiyaangiin daawwate
Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faarahiin durfamu Chaayinaatti Piroojektii jallisii Duujiyaangiin daawwateera.
Jilichi…
Dhimmi Godaantootaa walxaxaa ta’uu isaan qindoomina fi tattaaffii guutuu addunyaa gaafata jedhame
Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) – Mootummoonni Misoomaa Baha Afrikaa dhimma deebii qindaa’aa uwwisa seeraa godaantotaa 2ffaa ilaalchisee Finfinneetti qorannoo gaggeessuu eegaleera.…
FBC fi Yuunivarsiitiin Finfinnee waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteesan
Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) – Faanaa Biroodkaastingi Korporeetii fi Yuunivarsiitiin Finfinnee hojiilee Miidiyaa fi Kominikeshiniirratti waloon hojjechuuf Sanada Waliigaltee…
FBC fi Yuunivarsiitiin Finfinnee waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteesan
Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) – Faanaa Biroodkaastingi Korporeetii fi Yuunivarsiitiin Finfinnee hojiilee Miidiyaa fi Kominikeshiniirratti waloon hojjechuuf Sanada Waliigaltee…