Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ijaarsi nageenyaa hammataa fi fedhii hawaasaa giddugaleessa taasiisuu qaba – Pireezidaanti…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2016 (FBC) – Ijaarsi nageenyaa hammataa fi fedhii hawaasaa giddugaleessa taasiisuu qaba jedhan Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen.
Pireezidaanti Saahilawarq…
Gaaffiin karra galaanaa Itiyoophiyaa faayidaa waloo fi walitti hidhamiinsa naannawaa bu’uura kan…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2016 (FBC) – Gaaffiin karra galaanaa Itiyoophiyaa faayidaa waloo fi walitti hidhamiinsa naannawaa bu’uura kan taasiise ta’uu hubatamuu akka qabu Ministeerri Dhimma Alaa…
Meejer Jeneraal Kinfee Daanyawu irratti murtiin adabbii darbe
Finfinnee, Sadaasa 6, 2016 (FBC)- Manni Murtii Olaanaa Federalaa Ramaddii Lidataa Dhaddachi Yakka Malaammaltummaa 4ffaan Daayrektara olaanaa Koorporeeshinii Injiinariingii fi Sibiilotaa…
Jilli Obbo Eeliyaasiin durfamu Aanaa Malkaa Bal’ootti misooma Qamadii fi Ruuzii daawwate
Finfinnee, Sadaasa 6, 2016 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Eeliyaas Kadiriin durfamu Godina Harargee Bahaa Aanaa Malkaa Bal'ootti misooma Qamadii fi Ruuzii…
Giddugalli Ummatoota Gurraachaa Idil Addunyaa Itiyoophiyaatti hundeeffamuufi
Finfinnee, Sadaasa 6, 2016 (FBC)- Giddugalli Ummatoota Gurraachaa Idil Addunyaa Itiyoophiyaatti hundeeffamuuf ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Giddugalichi Sadaasaa 28, 2016…
Jilli Obbo Guyyoo Galgaloon durfamu Piroojektoota Invastimantii kutaa magaalaa Galaaniitti…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2016 (FBC) – Jilli Itti Aanaa kantiibaa magaalaa Shaggar Obbo Guyyoo Galgaloon durfamu Piroojektoota Invastimantii kutaa magaalaa Galaaniitti hojjetamaa jiran…
Kurmaana 1ffaa darbe keessaa meeshaaleen kontiroobaandii Birrii biiliyoona 3.6 olitti tilmaamaman…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2016 (FBC) – Kurmaana 1ffaa darbe keessaa meeshaaleen kontiroobaandii fi Maallaqoonni garaagaraa Birrii biiliyoona 3.6 olitti tilmaamaman to’atamuu Komishiniin Gumrukaa…
Qabxiin seensa BLTO ifoome
Finfinnee, Sadaasa 6, 2016 (FBC)-Ministeerri Hojii fi Ogummaa qabxii seensaa Dhaabbilee Barnoota Leenjii Ogummaa fi Teeknikaa ifoomseera.
Ministirri Ministeerichaa Mufaariyaat Kaamiil,…
Yaa’iin Qabeenya Diinagdee Afrikaa bakka Pireezidaanti Saahilawarqi argamanitti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 6, 2016 (FBC) – Yaa’iin Qabeenya Diinagdee Afrikaa bakka Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen argamanitti Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Qorattoonni, Dhaabbileen…
Obbo Dammaqaan Gamtaa Awurooppaatti hojii raawwachiiftuu Olaantuu Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) - Itti Aanaan Ministira Muummee fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Gamtaa Awurooppaatti hojii raawwachiiftuu Olaantuu Afrikaa Ambaasaaddar…