Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pirojektiin Walmal Birrii biiliyoona 3.6’n ijaaramu barana xumurama jedhame
Finfinnee, Fulbaana 14, 2016 (FBC)- Pirojektiin Misooma Jallisii walmal Birrii biiliyoona 3.6’n ijaaramu bara baajataa kana akka xumuramu Ministeerri Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii ibse.…
Ayyaana Daamaraa Masqalaarratti Richiitii dhukaasuun dhorkaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 14, 2016 (FBC) – Ayyaana Daamaraa Masqalaarratti Richiitii dhukaasuun dhorkaa ta’uu Poolisiin Magaalaa Finfinnee hubachiise.
Ayyaanni Mawuliidaa, Daamaaraa, Masqalaa…
Ayyaanni Mawuliidaa Fulbaana 16, 2016 haala hoo’aa ta’een ni kabajama – MMWDhII
Finfinnee, Fulbaana 14, 2016 (FBC) – Ayyaanni Mawuliidaa waggaa 1498ffaan Fulbaana 16, 2016 haala hoo’aa ta’een kan kabajamu Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa…
Naannoo Amaaraatti Ayyaanni Mawulidaa fi Masqalaa karaa nagaan akka kabajamu hojjetamaa jiraachuu…
Finfinnee, Fulbaana 14, 2016 (FBC)- Naannoo Amaaraatti Ayyaanni Mawulidaa fi Masqalaa karaa nagaan akka kabajamu hojjetamaa jiraachuu Qajeelchi Ajaja Waliigalaa Labsii Yeroo Ariifachiisaa…
Ayyaanni Masqalaa nagaan akka kabajamu deeggarsa taasisuun hojii qaamolee hundaati jedhame
Ayyaanni Masqalaa nagaan akka kabajamu deeggarsa taasisuun hojii qaamolee hundaati jedhame
Finfinnee, Fulbaana 14, 2016 (FBC)- Ayyaanni Masqalaa nagaan akka kabajamu deeggarsa taasisuun…
Oromiyaatti Barnoonni 2016 har’a eegale
Finfinnee, Fulbaana 14, 2016 (FBC)- Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti manneen barnootaa banamuun adeemsi baruuf barsiisuu 2016 har’a eegaleera.
Ganama har’aa sa’aatii 2:00 irraa jalqabee…
Eegdonni Kabajaa leenjii waraanaa fudhachaa turan eebbifaman
Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) –Eegdonni Kabajaa Humna Qilleensaatti Kutaa Waraanaa Imaammata Qilleensaatti leenjii waraanaa fudhachaa turan eebbifamaniiru.
Itaamaajoorii Humna…
Hoggantoonni olaanoon Paartii Badhaadhinaa oomisha qonnaa daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) – Hoggantoonni Olaanoon Paartii Badhaadhinaa Godina Shawaa Bahaa Aanaa Lumee fi Adaamii Tulluutti Oomisha qonnaa daawwataniiru
Hoggantoonni leenjii…
Kutaa Magaalaa Sulultaatti pirojektoonni Birrii miiliyoona 500 ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Sulultaatti pirojektoonni gara garaa Birrii miiliyoona 500’n ijaaraman eebbifamaniiru.
Piroojektoonni mana…
Torbeen Turizimii Oromiyaa 3ffaan Finfinnee Hoteela Iskaaylayititti eegale
Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) –Torbeen Turizimii Oromiyaa 3ffaan Finfinnee Hoteela Iskaaylayititti eegaleera.
Sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantiitti Qindeessaa Kilaastera Hawaasummaa…