Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godinaalee Iluu Abbaa Boorii fi Jimmaatti hojiileen misoomaa daawwataman
Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Hoggantootni Mootummaa naannolee garagaraa magaalaa Mattuu fi Jimmaatti leenjii fudhachaa jiran daawwanaa muuxannoo waljijjiirraa hojilee misoomaa garagaraa…
Safuun qabeenya uumamaa kunuunsuu dagaaguu qaba-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Safuun qabeenya uumamaa kunuunsuu dagaaguu qaba jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.
Pireezidaanti Shimallis, qabeenya…
Irreechi Malkaa Alaaltuu Wanbaraatti kabajame
Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Irreechi Malkaa Alaaltuu Godina Matakkal Aanaa Wambaraatti sirnoota garaagaraan kabajame.
Sirna kabaja ayyaanichaarratti qondaaltonni mootummaa,…
Kitaabileen kuma 100 ol gara dijitaalaatti jijjiiraman
Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Mana Kitaabaa Abrihootitti kitaabileen kuma 100 ol gara dijitaalaatti jijjiiramuun namoonni bakka jiran ta’anii fayyadamuu akka danda’an taasifamuu…
Hirmaattoonni leenjii marsaa 3ffaa pirojektoota garaagaraa daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)-Hooggantoonni mootummaa mata duree “Idaarraa Gara Mindaatti” jedhuun giddugalootaa garaagaraatti marsaa 3ffaan leenji’aa jiran pirojektoota misoomaa…
Jilli Obbo Adam Faaraahiin durfamu Godaambaa Paartii Komunistii Magaalaa Shaangaay daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)-Jilli Olaanaa Pireezidaantii Ittaanaa Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahiin durfamu Godaambaa Paartii Komunistii Magaalaa Shaangaayitti argamu…
Pireezidaantiin Itti Aanaa Kuubaa daawwannaaf Finfinnee galan
Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Itti Aanaa Kuubaa Salvaador Vaaldees Meessaa daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.
Salvaador Vaaldees Meessaa wayita Buufata Xiyyaaraa…
Lammiileen 78 Beeruutirraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Beeruutitti deeggarsa Wajjira Qonsilaa Jeneraalaa Itiyoophiyaan gara biyyaatti akka deebi’aniif haala mijateen lammiileen 78 gara biyyaatti deebi’uun…
Aadde Adaanach Piroojektoota misoomaa hojjetamaa jiran daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 8, 2016 (FBC) - Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Piroojektoota misoomaa hojjetamaa jiran daawwataniiru.
Giddu gala Geejjibaa Ammayyaa, Bakka…
Magaalaa Adaamaatti Warshaan baasii Doolaara miiliyoona 14.5 oliin ijaarame eebbifamuun hojii eegale
Finfinnee, Sadaasa 8, 2016 (FBC) - Magaalaa Adaamaatti Warshaan EZM jedhamu baasii Doolaara miiliyoona 14.5 oliin ijaarame eebbifamuun hojii eegaluu Korporeeshiniin Misooma Indaastirii…