Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti Guyyaan kunuunsa biqiltuu labsame
Finfinnee, Sadaasa 10, 2016 (FBC)-Borurraa eegalee hojiin kunuunsaa biqiltuu Ashaaraa Magariisaan dhaabamee kunuunsuu labsamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Hogganaan Biiroo Qonnaa…
Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Kilabiin Kubbaa Miilaa Magaalaa Shaggar 2 fi 0n Gamoo Ceenchaa injifate
Finfinnee, Sadaasa 10, 2016 (FBC) – Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa torbee 3ffaan Kilabiin Kubbaa Miilaa Magaalaa Shaggar 2 fi 0n Gamoo Ceenchaa injifateera.
Taphni har’a sa'aatii…
Mariin Dooktar Abiy Chaansilara Jarman Olaaf Shoolzi waliin taasisan hariiroo ture daran kan…
Finfinnee, Sadaasa 10, 2016 (FBC)- Mariin Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Chaansilara Jarman Olaaf Shoolzi waliin taasisan hariiroo Itiyoophiyaa fi Jarmaan gidduu jiru kan itti…
Roobni waqtii malee roobaa jiru itti fufuu waan danda’uuf qonnaan bultoonni ariitiin oomisha…
Finfinnee, Sadaasa 10, 2016 (FBC)-Roobni waqtii malee roobaa jiru itti fufuu waan danda’uuf qonnaan bultoonni ariitiin oomisha sassaabuu akka qaban Biiroon Qonnaa Oromiyaa hubachiise.…
Yaa’iin imaammata lafaa Afrikaa Finfinneetti taa’amuufi
Finfinnee, Sadaasa 10, 2016 (FBC) – Yaa’iin imaammata lafa Afrikaa 5ffaan boruu eegalee guyyoota 4’f Finfinneetti gaggeeffama jedhame.
Yaa’iin kun mata duree “bulchiinsa lafaa…
Obbo Xilahuun Kabbadaan jiraattoota Magaalaa Sooddoo fi naannawaa ishee waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 10, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Kibba Itiyoophiyaa Obbo Xilahuun Kabbadaan jiraattoota Magaalaa Sooddoo fi naannawaa ishee waliin mari’atan.
Naannoo fakkeenya…
Diinagdeen naannichaa guddina qabatamaa agarsiisaa jira – Pir. Shimallis
Finfinnee, Sadaasa 10, 2016 (FBC) – Diinagdeen naannoo Oromiyaa guddina qabatamaa agarsiisaa jira jedhan Pireezidaantiin naannichaa Obbo Shimallis Abdiisaan.
Qusannaa Galiifi…
Dooktar Abiy Ahimad Chaansilara Jarman waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii "G20 Compact with Africa (CwA)” gaggeeffamuun dura Chaansilara Jarman Olaaf Shoolzi waliin dhimmoota…
Hariiroon Itiyoophiyaa fi Kuubaa dhiigaan kan walitti hidhameedha Pireezidaantii Ittaanaa Kuubaa
Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Daawwanaa hojiif Itiyoophiyaa kan jiran Pireezidaantiin Ittaanaa Kuubaa Saalvaadoor Antooniyoo Vaaldeez Addabaabaayii Michummaa Itiyoo-Kuubaatti ilillii…
Godinaalee Iluu Abbaa Boorii fi Jimmaatti hojiileen misoomaa daawwataman
Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Hoggantootni Mootummaa naannolee garagaraa magaalaa Mattuu fi Jimmaatti leenjii fudhachaa jiran daawwanaa muuxannoo waljijjiirraa hojilee misoomaa garagaraa…