Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaa fi Saa’uud Arabiyaan hariiroo isaanii cimsuuf mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Saa’uud Arabiyaan dhimmoota hariiroo isaanii caalmaatti cimsuuf dandeessisanirratti mari’ataniiru.
Ministir Deetaan Ministeera Dhimma…
Jilli Obbo Eeliyaasiin durfamu durfamu godina Buunnoo Beddelleetti hojii misooma qonnaa daawwate
Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Jilli Itti aanaa Hooggansa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Eeliyaas Kadiriin durfamu godina Buunnoo Beddelleetti hojii misooma qonnaa daawwateera.
Jilichi…
Finfinneetti Irreecha Hora Finfinnee akkaataa duudhaa isaa eeguun kabajuuf qophiin taasiifamuu…
Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Finfinneetti Irreecha Hora Finfinnee akkaataa duudhaa isaa eeguun kabajuuf qophiin taasiifamuu foollewwan kutaalee magaalaa beeksiisan.
Foollewwan…
Qonni keenya waggaa waggaatti bu’aa raajii ta’e argamsiisaa jira – Pir. Shimallis
Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Yeroodhaa yerootti tooftaa, teeknoloojii haaraa qonna keenyaaf fidaa jirruun qonni keenya waggaa waggaatti bu’aa raajii ta’e argamsiisaa jira jedhan…
Finfinnee akka maqaa ishee miidhagduu fi hawwattuu taasisuuf waadaa galle hojiin gochaan agarsiisuu…
Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Finfinnee akka maqaa ishee miidhagduu fi hawwattuu taasisuuf waadaa galle hojiin gochaan agarsiisuu cimee itti fufeera jedhan Kantibaan Magaalaa…
Kutaa magaalaa Qiirqoositti torbeen ayyaana Irreechaa kabajame
Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Qiirqoosittii torbeen ayyaana Irreechaa haala ho’aa ta’een kabajameera.
Kutaa magaalichaatti mata duree ‘Irreechi…
Eeyyamni konkolaattota gurguddaa sochoosuu har’a irraa eegalee kennamufi
Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti har’a irraa eegalee eeyyamni sochii konkolaattootaa gurguddaa kan kennamu ta’uu Ejensiin Bulchiinsa Tiraafikaa magaalichaa…
Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudeen Xalayaa muudamaa Ambaasaaddaroota biyyoota 12 fuudhan
Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen Itiyophiyaatti kan muudaman Xalayaa muudamaa Ambaasaaddaroota haaraa biyyoota 12 fuudhaniiru.
Pireezidaanti…
Qormaanni seensaa barnoota digirii 2ffaa Fulbaana 28-30, 2016 kennama
Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Sadarkaa biyyaalessaatti qormaanni seensa barnootaa digirii 2ffaa Fulbaana 28-30, 2016 yuunivarsiitiiwwan mootummaa keessatti akka kennamu ibsame.…
Itiyoophiyaanonni milka’inaa marii biyyaalessaaf hirmaannaa jalqaban cimsanii itti fufuu qabu-Obbo…
Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Lammiileen Itiyoophiyaa, milkaa’ina Marii Biyyaalessaarratti hirmaannaa taasisuu eegalan cimee itti fufuu akka qabu Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota…