Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Abbaan Taayitaa Qabeenyaa Sammuu eeyyama kuma 1 fi 585 kenne
Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC)- Abbaan Taayitaa Qabeenya Sammuu Itiyoophiyaa eeyyama mallattoo daldalaa, Mirga Abbummaa, galagalchaa fi kanneen biroo walqabatan kuma 1 fi 585 kennuu ibse.…
Jilli Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Arsii Aanaa Doddotaatti Qamadii Bonaa facaase
Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Arsii Aanaa Doddotaatti Qamadii Jallisii Bonaa facaaseera.
Hojiin qophii…
Lammiilee Paarkii Indaastirii keessa hojjetaniif tajaajila fayyaa dhiyeessuuf waliigalteen…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC)- Koorporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastrii, Ministeera Fayyaa fi Biiroolee Fayyaa Naannolee akkasumas dhaabbilee tumsitootaa waliin waliigaltee…
Dooktar Abiy Ahimad Ostiriyaa Veenaa galan
Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Yaa'ii 20ffaa Dhaabbata Misooma Indaastirii Dhaabbata Mootummoota…
Farreen Nageenyaa Naannoo Amaaraa Godina Shawaa Kaabaa keessa socho’an harka kennaa jiru…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Farreen Nageenyaa Naannoo Amaaraa Godina Shawaa Kaabaa naannawaa adda addaa keessa socho'aa turan harka kennaa jiraachuu Raayyaan Ittisaa beeksise.…
Cabiinsa barnootaa bu’uura irraa furuun hojii yeroon itti kennamuu miti – Pireezidaanti…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Gumiin tiraanisfoormeeshinii barnootaa Naannoo Oromiyaa Magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffameera.
Gumichi bakka Pireezidaantiin Mootummaa…
Ummata dhaggeeffachuun ummataarra galtee argachuun bu’aa qabeessummaa hojiif murteessadha-…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Ummata dhaggeeffachuun ummataarra galtee argachuun bu'aa qabeessummaa hojiif murteessaa ta'uu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ibsan.…
Hanqina Sanyii filatamaa furuuf hojjetamaa jira – Interpiraayizii Sanyii filatamaa Oromiyaa
Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Hanqina Sanyii filatamaa furuuf hojjetamaa jiraachuu Interpiraayiziin Sanyii filatamaa Oromiyaa beeksise.
Interpiraayizii Sanyii filatamaa Oromiyaatti…
Finfinneetti har’a Awutoobisoonni haaraan 67 hojii eegalan
Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti dhiyeessa tajaajila Geejjibaa ummataa Fooyyessuuf har'a Awutoobisoonni dabalataa 67 hojii eegaluu ibsameera.
Konkolaattoonni…
Qabeenya albuudaarra Fayyadamummaa Itiyoophiyaa mirkaneessuuf hojjetamaa jira-Inj. Habtaamuu Taganyi
Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Qabeenya albuudaarraa Fayyadamummaa Itiyoophiyaa mirkaneessuuf manni maree albuudaa hundeeffamuun hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Albuudaa…