Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Irreechi Hiree Nagaafi Araaraati – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Irreechi Hiree Nagaafi Araaraati…
Manni Maree Federeeshinii Irreechaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarse
Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC)- Manni Maree Federeeshinii Irreecha ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarseera.
Afyaa’iin Mana Marichaa Obbo Agaanyahu Tashaagar ergaa dabarsaniin,…
Irreechi Faajjii nageenyaa, tokkummaa fi obbolummaati –Obbo Fiqaaduu Tasammaa
Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii…
Ayyaanni Irreechaa agarsiiftuu araaraa, obbolummaa fi tokkummaati – Obbo Ordiin Badirii
Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badiriin Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ayyaanni Irreechaa…
Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa ayyaana irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Sabni guddaan hidda…
Irreechi Oromoo danqaawwan hedduu darbee ulfoofi ulfina Oromoo Addunyaatti mul’ise – Pir.…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Irreechi Oromoo danqaawwan hedduu darbee ulfoofi ulfina Oromoo Addunyaatti mul'ise jedhan Pireezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Jilli Dooktar Girmaan durfamu Godina Godina Jimmaa Aanaa Shabee Sombootti Ruuzii kilaasteraan…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu Godina Godina Jimmaa Aanaa Shabee Sombootti Ruuzii kilaasteraan misoomaa jiru…
Itiyoophiyaa fi Yuuniidoon waliigaltee deeggarsa Yuuroo miiliyoona 3.5 mallatteessan
Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Dhaabbanni Misooma Indaastirii waliigaltee deeggarsa Yuuroo miiliyoona 3.5 mallatteessaniiru.…
Daayrektarri Jeneraalaa IOM Itiyoophiyaatti daawwannaa hojii taasiisuufi
Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Daayrektarri Jeneraalaa Dhaabbata Godaantoota Idil Addunyaa Emmii Pooppi Itiyoophiyaatti daawwannaa hojii taasiisuufi.
Daawwannaan kun hojiilee…
Itiyoophiyaa fi Oromiyaa bareechinee irreecha ceesisuutu nurra jira-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Oromiyaa bareechinee irreechas ceesisuu nurra jira jedhan Pireezidantin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.
Pireezidaanti…