Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa har’a Garee Biyyaalessa Giinii waliin taphata
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) - Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa tapha Gulaallii Waancaa Afrikaa marsaa 3ffaa har'a galgala sa'aatii 1:00 eegalee Garee…
Giddugalli To’annoo bu’aalee bineensota bosonaa seeran alaa hojii eegale
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2017 (FBC)- Saree Suuftuun Tumsamuun Giddugalli To’annoo Bu’aalee Bineensota Bosonaa Seeran Alaa hojii eegaleer.
Abbaan Taayitaa Eegumsaa Bineensota Bosonaa…
Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Duraanii UK waliin mari’atan
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2017 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad, Dura Taa’aa Olaanaa Inistiitiyuutii Toonii Bileerii fi Ministira Muummee Duraanii Yuunaayitid Kiingidaam…
Niihoon Hiidaankaayoo badhaasa Noobeelii Nageenyaa 2024 injifate
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2017 (FBC)- Haleellaa boombii Hiirooshimaa fi Nagaasaakii irraa lammiilee jaappaan lubbuun baraaramaniin kan hundeeffame Waldaan Niihoon Hiidaankaayoo badhaasa…
Itiyoophiyaan baatii Onkololeessaa keessa Konfiraansiiwwan idil addunyaa garaagaraa keessummeessuuf…
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaan baatii Onkololeessaa keessa Konfiraansiiwwan idil addunyaa garaagaraa keessummeessuuf qophii taasisuu Tajaajilli Kominikeeshinii…
Dooktar Abiy Ingilizitti Ministira Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2017 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ingilizitti Ministira Afrikaa Loordi Kooliinsi waliin mari’ataniiru.
Mariin isaaniis dhimmoota…
Godina Shawaa Bahaatti Qonni Misooma Jallisii Bonee eegalame
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2017 (FBC) – Godina Shawaa Bahaatti Qonni Misooma Jallisii Bonee eegalamuu bulchiinsi godinichaa beeksiise.
Bara kana lafa hektaara kuma 400 ol Jallisiin…
Puutiin, Pireezidaantii haaraa Itiyoophiyaaf ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin Pireezidaantii FDRI ta’uun kan moggafaman Taayyee Atsiqasillaaseef ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru…
Sirni Dijitaalaa bilisa akka ta’uuf nageenya saayibariif xiyyeeffannaan kennamuu qaba jedhame
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2017 (FBC)- Sirni dijitaalaa bilisa akka ta’uuf nageenya saayibariif xiyyeeffannaa olaanaan kennamuu akka qabu Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Maammoo Mihiratuun…
Guyyaan Alaabaa Wiixata dhufu kabajama
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2017 (FBC)- Guyyaan Alaabaa Biyyaalessaa 17ffaan Wiixata dhufu Onkoloolessa 4, 2017 kan kabajamu ta’uu Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa beeksise.
Guyyichi mata…