Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qabxii gaarii galmeessuuf karoorfadheen qo’achaa ture, milkaa’eeras – Barattuu…
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) - Qormaata kutaa 12ffaan qabxii gaarii galmeessuuf akkuma karoorfattee qophaa'aa turte milkaa'uu isheetti gammaduu Barattuu Hanan Najjiin ibsite.…
Dooktar Girmaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Jaappaan waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) - Ministirrin Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Jaappaan Ittoo Taakaakoo waliin mari'ataniiru.
Dhimmoota Teeknooloojii Qonnaa…
Humni walichaa raawwii baatiwwan sadan darbanii gamaaggame
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Baatiwwan sadan darban keessa hojiileen bu’aa qabeessa ta’an raawwatamuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa beeksiiseera.
Humni walichaa baatiwwan sadan…
Manni Marichaa Tajaajila Lammummaa Dargaggoota Biyyaalessaa seera ta’ee hojiirra akka oolu yaada…
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii Wixinee Labsii Tajaajila Lammummaa Dargaggoota Biyyaalessaa seera ta’ee hojiirra akka oolu yaada murtoo dhiyaate raggaasiseera.…
Guddina biyyaa tokkoof sirni Haqaa Cimaan murteessaadha – Obbo Gazaalii Abbaa Simal
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Guddina biyyaa tokkoof sirni haqaa cimaan murteessaa ta’uu Pireezidaantii Mana Murtii Waliigalaa Obbo Gazaalii Abbaa Simal ibsaniiru.
Inistiityuutiin…
Obbo Dammaqaan Dhaabbanni Godaantootaa Idil Addunyaa deeggarsa Itiyoophiyaaf taasisu akka guddisu…
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Dhaabbanni Godaantootaa Idil Addunyaa deeggarsa Itiyoophiyaaf…
Obbo Geetaachoon Yuunivarsiitii Maqaleetti argamuun barattoota kutaa 12ffaa qoramaa jiran daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay Obbo Geetaachoo Raddaan Yuunivarsiitii Maqaleetti argamuun barattoota kutaa 12ffaa qoramaa jiran…
Dooktar Abiy AgarsiisaTurizimii fi Hospitaaliitii biyyaalessaa banan
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad agarsiisa Turizimii fi Hospitaaliitii biyyaalessaa bananiiru.
Lammiileen Itiyoophiyaa hundi qabeenya…
Magaalaan Finfinnee sagantaa misooma ijoollummaa jalqabaan muuxannoo qoodde
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) - Magaalaan Finfinnee sagantaa misooma ijoollummaa jalqabaan naannoleef muuxannoo qooddeerti.
Sagantaa kanarratti Pireezidaantiin naannoo Amaaraa Obbo…
Itiyoophiyaa fi Noorweey waliigaltee deeggarsa Doolaara miiliyoona 25 mallatteessan
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) - Itiyoophiyaa fi Noorweey waliigaltee deeggarsa Doolaara miiliyoona 25 mallatteessaniiru.
Ministeer Deetaan Ministeera Maallaqaa Aadde Samariitaa…