Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaanti Saahilawarqi Daayrektara olaanaa Dhaabbataa Godaantota Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC) - Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen, Daayrektara Olaanaa Dhaabbata Godaatotaa Addunyaa Emmii Pooppi waliin mari’ataniiru.
Emmii Pooppi…
Qabxii Olaanaan Mana Barumsaa Bultii Addaa WMO 637 galmaa’e
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Mana Barumsaa Bultii Addaa Waldaa Misoomaa Oromiyaatti qabxii olaanaan 637 galmaa’e.
Waldichi akka beeksisetti, barattoonni Bultii Addaa qabxii boonsaa…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee giddu gala Gabaa Taayiwaan deebisanii dhaabuuf kan oolu Birrii…
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee magaalaa Jigjigaatti giddu gala Gabaa Taayiwaan balaa Ibiddaan gubate deebisanii dhaabuuf kan oolu Birrii miiliyoona 30…
Indaastiriin Maanufaakchariingii toora xiyyeeffannoo shanan Mootummaan Naannoo Oromiyaa qabu keessaa…
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) - Indaastiriin Maanufaakchariingii toora xiyyeeffannoo shanan Mootummaan Naannoo Oromiyaa qabu keessaa isa tokko ta'uu Pireezidaantiin naannichaa Obbo…
Waltajjiin leenjii hoggansa olaanoo fi giddugaleessa Paartii Badhaadhinaa eegalame
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) - Waltajjiin leenjii hoggansa olaanoo fi giddugaleessa Paartii Badhaadhinaa marsaa 2ffaan guyyoota 10f turu har'a eegalameera.
Bu'aawwan kana dura…
Qabxii gaarii galmeessuuf karoorfadheen qo’achaa ture, milkaa’eeras – Barattuu…
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) - Qormaata kutaa 12ffaan qabxii gaarii galmeessuuf akkuma karoorfattee qophaa'aa turte milkaa'uu isheetti gammaduu Barattuu Hanan Najjiin ibsite.…
Dooktar Girmaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Jaappaan waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) - Ministirrin Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Jaappaan Ittoo Taakaakoo waliin mari'ataniiru.
Dhimmoota Teeknooloojii Qonnaa…
Humni walichaa raawwii baatiwwan sadan darbanii gamaaggame
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Baatiwwan sadan darban keessa hojiileen bu’aa qabeessa ta’an raawwatamuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa beeksiiseera.
Humni walichaa baatiwwan sadan…
Manni Marichaa Tajaajila Lammummaa Dargaggoota Biyyaalessaa seera ta’ee hojiirra akka oolu yaada…
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii Wixinee Labsii Tajaajila Lammummaa Dargaggoota Biyyaalessaa seera ta’ee hojiirra akka oolu yaada murtoo dhiyaate raggaasiseera.…
Guddina biyyaa tokkoof sirni Haqaa Cimaan murteessaadha – Obbo Gazaalii Abbaa Simal
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Guddina biyyaa tokkoof sirni haqaa cimaan murteessaa ta’uu Pireezidaantii Mana Murtii Waliigalaa Obbo Gazaalii Abbaa Simal ibsaniiru.
Inistiityuutiin…