Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godaantonni 413 Jibuuttirra gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)-Godaantonni lammiilee Itiyoophiyaa 413 guyyaa kaleessaa Jibuutiirra gara Ityoophiyaatti deebi’uun ibsame.
Godaantoota deebi’an 413 keessaa 164…
Shaggaritti lafa harka faddaala fi hattoota irra maqsuuf hojii bal’aan hojjetamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Lafa qonnaan bultootaa Magaalaa Shaggar harka faddaala fi hattoota irra maqsuuf hojiilee bal’aan hojetamaa jirchuu Bulchiinsi Magaalichaa beeksise.…
Aanaa Sooddootti balaa tirafikaa mudateen namoota 14 irraa miidhaa cimaan qaqqabe
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Naannoo Giddugaleessaa Itiyoophiyaa Godina Guraagee Bahaa Aanaa Soddootti balaa tiraafikaa mudateen namoota 14 irraa miidhaa cimaan qaqqabuun ibsame.…
Bakka bu’ummaa Bakka Bu’oota Ummataa kaasuuf kan dandeessisu wixineen qajeelfamaa qophaa’e
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Filataman irraa amantaa wayita dhaban adeemsa bakka bu’ummaa isaanii kaasuun danda’amu irraattii wixinee…
MM Dooktar Abiy Ahimad Miseensa Maatii Moototaa Ingiliz waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Miseensa Maatii Moototaa Ingiliz Soofii Heelen Raayis Joonsan waliin mari’ataniiru.
Miseensi Maatii Moototaa…
Yuunivarsiitichi Giddugala Walaansa Kaansarii maqaa Aartisti Alii Birraan moggaase
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Yuunivarsiitiin Haramaayaa Gidduugala Wal'aansa Kaansarii maqaa Dooktara Kabajaa Aartisti Alii Birraan moggaase.
Gidduugalli wal’aansa dhibee kaansarii…
Hojiilee tarsiimoo dijitaal Itiyoophiyaa 2025 hafan saffisiisuuf marii kaayyeffate gaggeeffame
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii fi Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa dhimmoota hojiilee tarsiimoo Dijitaal Itiyoophiyaa 2025 hafan…
Lammiin Itiyoophiyaa umrii 14 badhaasa Saayintistoota guddatoo injifate
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Lammiin Itiyoophiyaa umrii 14 badhaasa Saayintistoota guddatoo injifate.
Ameerikaa kan jiraatu lammiin Itiyoophiyaa umrii 14 Hiiman Baqqalaa badhaasa…
Pireezidaanti Saahilawarqi Daayrektara olaanaa Dhaabbataa Godaantota Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC) - Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen, Daayrektara Olaanaa Dhaabbata Godaatotaa Addunyaa Emmii Pooppi waliin mari’ataniiru.
Emmii Pooppi…
Qabxii Olaanaan Mana Barumsaa Bultii Addaa WMO 637 galmaa’e
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Mana Barumsaa Bultii Addaa Waldaa Misoomaa Oromiyaatti qabxii olaanaan 637 galmaa’e.
Waldichi akka beeksisetti, barattoonni Bultii Addaa qabxii boonsaa…