Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Faawundeeshiniin “Faana Aagaa” hundeeffame
Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Faawundeeshiniin Abbaa Gadaa duraanii Gujii Dooktara Kabajaa Yuuba Aagaa Xeenxanoo “Faana Aagaa” hundeeffame.
Faawundeeshinichi Moggaasa “Faana Aagaa”…
Dhaabbileen qaama miidhamtootaaf haala mijataa uumuun itti gaafatamaa hawaasummaa akka bahatan…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Dhabbileen tajaajila qaama miidhamtoota giddugaleeffate kennuuf haala mijataa akka uuman Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa waamicha dhiyeesse.…
Qabeenya Tuurizimii Oromiyaan beeksisuu fi madda galii Tuurizimii taasisuuf hojjetamaa jira-Aadde…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Qabeenya Tuurizimii Oromiyaan qabdu beeksisuu fi madda galii Tuurizimiif oolchuuf hojiilee bal’aan hojjatamaa jiraachuu Komishinarri Koomishinii…
Giddugaloota garaagaratti Hoggantoonni Mootummaa marsaa 4ffaaf leenji’aa jiran hojiilee misoomaa…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Hoggantoonni Mootummaa leenjii marsaa 4ffaa giddugala leenjii garaagaraatti leenji’aa jiran hojiilee misooma daawwataniiru.
Haaluma kanaan, leenjitoonni…
Jibuutiin Sagantaa Ashaaraa Magariisaa Itiyoophiyaarraa barnoota fudhatteetti-Mahaammad Abdullaa’ii…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Jibuutiin Sagantaa Ashaaraa Magariisaa Itiyoophiyaarraa barnoota gahaa fudhachuu Ministirri Misoomaa Waaraa fi Eegumsa Naannawaa Biyyattii Mahaammad…
Dhaloonni xiiqa’ee duudhaa eegumsa qabeenyaa uumamaatti deebi’uu qaba-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Dhaloonni ammaa d xiiqa’ee duudhaa eegumsa qabeenyaa umamaa ganamaatti deebi’uu qaba jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.…
Irreechi Malkaa Soor kabajame
Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Ji’;a Sadaasaa kan Kabajamuu Irreechi malakaa Soorgodina Iluu abbaa Booritti Kabame.
Irreecha Malkaa Soor kabajame kanarrattis Abbootii Gadaa, Haadholii…
Leenjiin qondaaltota olaanoo Poolisii Finfinneef kennamaa ture xumurame
Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Leenjiin qondaaltota olaanoo Magaalaa Finfinneef Giddugalaa Hoggansaa Afrikaatti kennamaa ture xumurameera.
Leenjichi, riifoormii dhaabbatummaa,…
Itiyoophiyaan dhiibbaa jijjiirama qabeeya qilleensaa ittisuuf tattaaffiin taasiftu fakkeenya kan…
Finfinnee,Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan dhiibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaa ittisuuf tattaaffiin ofii isheen taasisaa jirtu biyyoota naannawaaf fakkeenyaa kan ta’uudha jedhan…
Naannoo Beenishaangul Gumuzitti hojiilee jajjabeessaan damee qonnaan gaggeeffamaa jiru-Obbo…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuzitti hojiilee jajjabeessaan qonnaan bultoota fayyadamtoota taasisu damee qonnaan hojjetamaa jiraachuu Afyaa’iin Mana Maree Bakka…