Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aanaalee godinichaa 10 keessatti lafa hektaara kuma 111 Qamadii jallisiin misoomsuuf hojjetamaa jira…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Aanaalee godinichaa 10 keessatti lafa hektaara kuma 111 Qamadii jallisiin misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaan Godinichaa beeksise.
Hanga…
Guyyaa sabaaf sablammootaa 18ffaa sababeeffachuun Agarsiifni Daldalaa fi Baazaariin baname
Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Magaalaa Jigjigaatti Guyyaa sabaaf sablammootaa 18ffaa sababeeffachuun Agarsiifni Daldalaa fi Baazaariin banameera.
Guyyichi bara kana yeroo 18ffaaf…
Jilli Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Jimmaa aanaa Aanaa Saqqaa Coqorsaatti Qamadii Jallisii…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Jimmaa aanaa Aanaa Saqqaa Coqorsaatti Qamadii Jallisii Bonee facaaseera.…
Guyyaan Sabaaf Sablammootaa 18ffaan magaalaa Jigjigaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Qindeessummaa Mana Maree Federeshinii fi Mootummaa Naannoo Somaaleetiin Guyyaan Sabaaf Sablammootaa 18ffaan magaalaa Jigjigaatti kabajamaa jira.…
Malaammaltummaan diina waloo keenyaati, Waliin irratti haa qabsoofnu – Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – “Malaammaltummaan diina waloo keenyaati, Waliin irratti haa qabsoofnu” mata duree jedhuun sagantaan sosochii farra malaammaltummaa sadarkaa Magaalaa…
Guyyaan Sabaaf Sablammootaa 18ffaan Godina Harargee Bahaa Magaalaa Hararitti marii Paanaaliin…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Guyyaan Sabaaf Sablammootaa 18ffaan Qindoomina Godina Harargee Bahaafi Magaalaa Mayaan mata duree "Heddumminniifi Walqixxummaan Tokkummaa Biyyaalessaaf!"…
Badhaasni Odaa marsaa 7ffaan Mudde 11, 2016 kan gaggeeffamu ta’uu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Badhaasa Odaa Marsaa 7ffaa gaggeeffamu ilaalchisee Dhaabbanni Bashaadduu Tola Maariyaam meediyaaleef ibsa kenneera.
Kaayyoon badhaasa Odaa hojiiwwan…
Sirni beekamtii kennuu paarkii biyyaalessa Gaarreen Baalee Roobeetti gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Sirni beekamtii kennuu Paarkii biyyaalessa Gaarreen Baalee Magaalaa Roobeetti gaggeeffameera.
Paarkiin Biyyaalessaa Gaarreen Baalee akka Paarkiitti…
Hojiin Paarkii Gaarreen Baalee Caalmaatti beeksisuu magaalaa Roobeetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Paarkiin Biyyoolessaa Gaarreen Baalee Hambaa Addunyaa ta’ee galmaa'uu hordofee hojiin paarkicha caalmaatti beeksisuu hojjetamaa jira.
Ministira…
Godina Saba Oromoo Magaala Kamiseetti haala waqtaawaa ilaalchisee kutaalee hawaasaa waliin mariin…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Naannoo Amaaraa Bulchiinsa Godina Saba Oromoo Magaala Kamiseetti haala waqtaawaa ilaalchisee kutaalee hawaasaa waliin mariin gaggeeffameera.
Marichi…