Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qophiin raawwii karoora yeroo dheeraa ce’umsa haqaa xumurame
Finfinnee, Hagayya 13, 2016 (FBC)- Qophiin raawwii karoora yeroo dheeraa ce’umsa haqaa xumuramuun hojiitti seenamuu Ministeerri Haqaa beeksise.
Ministirichi dhimmicha ilaalchisuun ibsa…
Cinaaksanitti Qonna Gannaan Qamadiin Kilaastaraan misoome daawwatame
Finfinnee, Hagayya 12, 2016 (FBC)- Jilli Pireezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan durfamu, Godina Harargee Bahaa Aanaa Cinaaksanitti Qonna Gannaan Qamadii Kilaastaraan…
Keeniyaatti lammiileen haala rakkisaa keessa turan 217 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Hagayya 12, 2016 (FBC)- Keeniyaatti lammiileen haala rakkisaa keessa turan 217 gara Itiyoophiyaatti deebi’aniiru.
Keeniyaatti Embaasiin Itiyoophiyaa, qaamolee mootummaa…
Ministeerichi Afaaritti sagantaa tajaajila tola ooltummaan deeggarsa Birrii miiliyoona 20 taasise
Finfinnee, Hagayya 12, 2016 (FBC)- Ministeerri Galiiwwanii Naannoo Afaaritti harka qalleeyyiif tajaajila tola ooltummaan deeggarsa Birrii miiliyoona 21 taasise.
Ministirri Ministeerichaa…
Walitti bu’iinsaa fi sodaa nageenyaa keessaa ba’uun gara badhaadhinaatti ce’uuf hoggansi kutannoo…
Finfinnee, Hagayya 12, 2016 (FBC)- Naannoon Amaaraa walitti bu’iinsaa fi sodaa nageenyaa keessaa ba’uun gara badhaadhinaatti ce’uuf hoggansi naannichaa kutannoo qabaachuu gochaan argisiisaa…
Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa Aanaa Meettaatti biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Hagayya 12, 2016 (FBC)-Jilli Pireezidaanti Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan durfamu Aanaa Meettaa Sulula Gooroo Biyyootti biqiltuu dhaabeera.
Godinichatti…
Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu Harargee Bahaatti hojiilee misoomaa daawwatee
Finfinnee, Hagayya 12, 2016 (FBC)-Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Harargee Bahaa Aanaa Gooroo Guutuutti hojiilee misoomaa garagaraa…
Hojiileen qonnaa gaggeeffamaa jiran qonnaan bultoota gara abbaa qabeenyummaatti ceesisuuf…
Finfinnee, Hagayya 12, 2016 (FBC)-Hojiileen qonnaa Godina Jimmaatti gaggeeffamaa jiran diinagdee qonnaan bultootaa guddisuun gara abbaa qabeenyummaatti ceesisuu keessatti gahee olaanaa akka…
Hagayya 17’f haa qophoofnu-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Hagayya 12, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Hagayya 17, 2016 duula guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 600 dhaabuu gaggeeffamuuf haa qophoofnu jechuun…
Ministeerichi yakka suukaneessaa gaammee Heevan irratti raawwate ilaalchisee murtoo kennamerratti…
Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC) - Yakka suukaneessaa gaammee Heevan irratti raawwate ilaalchisee murtoo kennamerratti qooda fudhattoota waliin kan hojjetu ta'uu Ministeerri Dhimma…