Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaan Alaabaa Embaasiiwwan Itiyoophiyaa biyyoota garaagaraatti kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC)- Guyyaan Alaabaa 16ffaan Embaasiiwwanii fi Waajjiraalee Qonsilaa Itiyoophiyaa biyyoota garaagaraatti argamanitti kabajameera.
Guyyichii Embaasiiwwan…
Sirni Awwalchaa Artisti Halloo Daawwee har’a raawwatama
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC)- Sirni Awwalchaa Artisti Halloo Daawwee har’a Magaalaa Adaamaatti raawwatama.
Sirni gaggeessaa Artisti Halloo Istaadiyamii Magaalaa Adaamaatti…
Alaabaan ibsituu bilisummaa, cimina, jaalala biyyaa fi gootummaa Itiyoophiyaanotaati-Dooktar…
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC)- Alaabaan bilisummaa, cimina, jaalala biyyaa fi ibsituu gootummaa Itiyoopohiyaanotaati jedhan Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Dooktar…
Guyyaan Alaabaa magaalota godinaalee garaagaraatti kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC)- Guyyaan Alaabaa magaalota godinaalee Naannoo Oromiyaa garaagaraatti kabajameera.
Haaluma kanaan guyyaan Alaabaa biyyaaleessaa yeroo 16ffaaf kabajame…
Guyyaan Alaabaa Biiroolee Naannoo Oromiyaa garaagaraatti kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC)-Guyyaan Alaabaa "Olka'insi Alaabaa Keenyaa Wabii Tokkumma Sabdaneessaafi Birmadummaa Keenyaati" jedhuun kabajamaa jira Biiroolee Naannoo Oromiyaa…
Finfinneetti balaa ibiddaa mudateen qabeenyaarra miidhaan qaqqabe
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC) - Finfinnee Kutaa Magaalaa Aqaaqqii Qaallittii Aanaa 9'tti balaa ibiddaa mudateen qabeenyaarra miidhaan qaqqabuu Koomiishiniin Hoggansa Sodaa Balaa fi…
Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Chaayinaa Lii Kiyaangi waliin mari’ataniiru.
Mariin isaaniis, tumsa dinagdee biyyoota…
Guyyaan Alaabaa naannolee garaagaraatti kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC) – Guyyaan Alaabaa 16ffaan naannolee garaagaraatti sagantaalee adda addaan kabajameera.
Guyyaan kun naannoo Harariitti bakka hoggantoonni mootummaa…
Guyyaan Alaabaa Mooraa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC) – Guyyaan Alaabaa 16ffaan Mooraa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti kabajameera.
Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdee, Af Yaa’iin Mana Maree…
Alaabaa keenya jalatti walitti qabamnee tokkummaa sabdaneessummaa Itoophiyaa ni cimsina -TKM
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC) – Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa kabaja guyyaa Alaabaa ilaalchisee ergaa baga geessanii dabarseera.
Guyyaan Alaabaa Itiyoophiyaa yeroo 16ffaaf…