Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sadaasni 27 “Guyyaan Waloomaa” Jigjigaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC)- Jala Bultii Guyyaa Saboota, Sablammootaa fi Ummatoota Itiyoophiyaa 18ffaa, Sadaasni 27 “Guyyaan Waloomaa” sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira.…
Gamoon Ce’umsa Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa eebbifame
Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC)- Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa gamoo ce’umsaa abbaa darbii 15 eebbisiise.
Gamichis baasii Birrii miiliyoona 850'n kan ijaarame yoo ta’u, darbiiwwan afur…
Shaashamanneetti dargaggoota hoji dhabeeyyii ga’uumsa ogummaan leenji’an hojiitti…
Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC)- Magaalaa Shaashamanneetti dargaggoota hoji dhabeeyyiin ga'uumsa ogummaan leenji'an 455 hojiitti galaniiru jedhame
Sagantaa Dargaggoota leenji’aan…
Ministeerri Dhimma Alaa Ambaasaaddaroota biyyoota miseensa Gamtaa Awurooppaa waliin mari’ate
Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC)- Ministeerri Dhimma Alaa Ambaasaaddaroota biyyoota miseensa Gamtaa Awurooppaa waliin waltajji marii waggaa gaggeessaa jira.
Ministeerichi…
Kanaadaan milkaa’ina marii biyyaalessaaf deeggarsa akka taasistu ibsite
Finfinnee, Sadaasa 26, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaatti milkaa’ina hojiilee Koomishinii Marii Biyyaalessaaf deeggarsa barbaachisaa akka taasiftu Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Kaanaadaa Jooshuwaa…
Pireezidaanti Shimallis Ambaasaaddaroota Ameerikaa fi Ingiliz waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 26, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Erviin Joosee Maassiingaa fi Ambaasaaddara Ingiliz Darren…
Fayyadamtoonni miidiyaa hawaasummaa fi rogeeyyiin ijaarsa biyyaa keessatti gahee isaanii akka…
Finfinnee, Sadaasa 26, 2016 (FBC)- Fayyadamtoonni miidiyaa hawaasummaa fi rogeeyyiin duudhaa hogganamuun ijaarsa biyyaa keessatti gahee isaanii akka bahatan Ministeerri Nageenyaa hubachiise.…
Injiinar Habtaamuu Ittafaan Ministira Misooma Waaraa fi Inarjii Morokoo waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 26, 2016 (FBC)- Yaa’ii Qabeenya Qilleensaa 28ffaa Dhabbata Motummoota Gamtomaniirratti hirmaachaa kan jiran Ministirri Ministeeraa Bishaanii fi Inarjii Habtaamuu Ittafaan…
Sadaasni 20 dhaabbiin Guyyaa Humna Qilleensaa ta’uun kabajama
Finfinnee, Sadaasa 26, 2016 (FBC)- Sadaasni 20 dhaabbiidhaan Guyyaa Humna Qilleensaa ta’uun akka kabajamu murtaa’uu Ajajaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Leetenaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaan…
Guyyaan Sabaaf Sablammootaa kabajamuun tokkummaa fi sabdaneessummaa cimsa-Atileet Daraartu Tulluu
Finfinnee, Sadaasa 26, 2016 (FBC)- Guyyaan Sabaaf Sablammoota kabajamuun tokkummaa fi Sabdaneessummaa akka cimsu Pireezidaantiin Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaa Gargaartuun…