Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waggaa 88ffaan hundeeffaama Humna Qilleensaa kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC)-Guyyaan hundeeffama Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa waggaa 88ffaan kabajamaa jira.
Guyyaan hundeeffamichaa mata duree “Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Bu’aa qabeessummaa damee oomishaa cimsuuf fooyya’iinsi imaammataa taasifameera-Ministeera…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC)- Bu’aa qabeessummaa damee oomishaa cimsuuf fooyya’iinsi imaammataa taasifamuu dabalatee hojiileen qabatamaan gaggeeffamuu Ministeerri Indaastirii beeksise.…
Fedhiin Misoomaa Itiyoophiyaa guddina biyyoota ollaa giddu galeessa kan godhateedha – Dooktar Fitsum…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC) - Fedhiin Karra Galaanaa Itiyoophiyaa fedhii biyyoota naannawaa giddu galeessa kan godhate ta’uu Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsuma…
Naannoon Oromiyaa, Magaalaa Shaggar fi Itiyoo Teelekoom waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa, Bulchiinsi Magaalaa Shaggarii fi Itiyoo-Teelekoom waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
Waliigaltichas Sadarkaa…
Guyyaa Sabaa fi Sablammootaa Kabajuun sirna federaalaa cimsuuf gumaacha olaanaa qaba-Obbo Aganyawu…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC)- Guyyaa Sabaa fi Sablammoota Ummatootaa Itiyoophiyaa kabajamuun sirna federaalaa fi tokkummaa biyyaalessaa cimsuuf gumaacha olaanaa akka qabu Afyaa’iin Mana…
Sabdaneessummaan Obbolummaa Irratti Ijaarame Waliin Jireenya Uummattootaaf Wabiidha – Pir. Shimallis…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC) – Sabdaneessummaan Obbolummaa Irratti Ijaarame Waliin Jireenya Uummattootaaf Wabii ta’uu Pireeidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.…
Giddu galli seenaa, hambaalee fi barnootaa ummata gurraachaa Finfinneetti baname
Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC) – Giddu galli seenaa, hambaalee fi barnoota ummata gurraachaa Finfinneetti banameera.
Sirni baniinsa giddu galichaa Bakka Itti Aanaan Ministira Muummee…
Itiyoophiyaan waggoota sadan darban biqiltuuwwan kuma 100 ol Jibuutiif ergite
Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan waggoota sadan darban biqiltuuwwan kuma 100 ol Jibuutiif erguu beeksifte.
Itiyoophiyaan karoora biyyoota ollaa waliin misoomuu qabattee…
Balaa tiraafikaan daandiin cufamee ture baname
Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC)- Balaa tiraafikaa Godinaa Shawaa Bahaa Matahaaraa fi Olancitii gidduutti mudateen daandiin cufamee ture banamuun tajaajila eegaluu Koomishiniin Poolisii…
Pireezidaantonni naannolee fi Kantiibonni Magaalotaa Jigjigaa galan
Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC)- Pireezidaantonni Naannolee garaagaraa fi Kantiibonni Bulchiinsa Magaalota lameenii Magaalaa Jigjigaa galaniiru.
Pireezidaantonii fi Kantiibonni wayita…