Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Raayyaan Ittisaa hojii hawaasa balaa lolaarraa baraaruu hojjechaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa eegumsa daangaa Baha Itiyoophiyaatti bobba’ee jiru daangaa kabachiisuun cinaatti hojiilee hawaasa balaa lolaaf saaxilame baraaruu…
Yuunivarsiitiin Aviyeeshinii Ogeeyyii Aviyeeshinii 627 eebbisiise
Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Yuunivarsiitiin Aviyeeshinii Ogeeyyii Aviyeeshinii 627 eebbisiiseera.
Yuunivarsiitichi ogeeyyii eebbisiise keessaa 88 Balaliistota, Teekinishaanota…
Sirnia Kabaja Guyyaan Sabaaf Sablammoota xumurameera-Kantiibaa Magaalaa Jigjigaa
Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)-Sirni kabaja guyyaa Sabaaf Sablammoota fi Ummatoota Itiyoophiyaa haala miidhagaa ta’een kabajame nagaan xumuramuu Kantiibaan Magaalaa Jigjiga Obbo Ziyaad…
Godina Arsitti waltajjiin marii nageenyaa Godinoota ollaa gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Godina Arsitti waltajjiin marii nageenyaa Godinoota ollaa bakka pireezidaantiin Ittaanaa naannoo oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii rgamanitti gaggeeffameera.…
Fooramiin Konistiraakshinii Oromiyaa jalqabaa gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)-Fooramiin konistiraakshinii Oromiyaa yeroo jalqabaaf Abbaa Taayitaa Konistiraakshinii Oromiyaafii Waldaa Kontraaktaroota Oromiyaatiin qophaa'e…
Itiyoophiyaatti garaagarummaan yaadaa diinummaa akka hintaane irra deddeebiin itti yaaduun…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaatti garaagarummaan yaadaa diinummaa akka hintaane irra deddeebiin itti yaaduun barbaachisaadha jedhan Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi…
Itiyoophiyaanota dhimmoota addaan qoqqoodanirra dhimmoota tokkummaan walitti hidhantu caala-Aadde…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaanota dhimmoota addaan qoqqoodanirra dhimmoota tokkummaan walitti hidhantu caala jedhan kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…
Naannoon Kibbaa Itiyoophiyaa Guyyaa Sabaa fi Sablammootaa bara dhufuu keessummeessa
Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Guyyaa Sabaa fi Sablammootaa Ummatootaa Itiyoophiyaa 19ffaa bara dhufuu Naannoon Kibbaa Itiyoophiyaa Magaalaa Arbaamincitti keessummeeffama.
Malaakuu…
Kabajamuun guyyaa saboota, sablammootaa tokkummaa cimsuuf gumaacha qaba-Obbo Musxafee Mahaammad
Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Kabajamuun Guyyaa Saboota, Sablammootaa fi Ummatootaa Itiyoophiyaa, aadaa fi duudhaalee ummata keenyaa beekuuf carraa uumuu qofa osoo hintaane, walitti…
Itiyoophiyaan Biyya Heddummina irraa ijaaramtedha–Obbo Aganyawu Tashaagar
Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan biyya heddummina irraa ijaaramteedha jedhuun Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyawu Tashaagar ibsan.
Guyyaan Sabaa fi…