Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaan miseensa BRICS ta’uun ishee tumsa tarsiimawaaf shoora qaba – Ambaasaaddar…
Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC) - Ityoophiyaan Miseensa BRICS ta’uun tumsaa tarsiimawaa ishee cimsuuf shoora qabaachuu Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan…
Obbo Dammaqaan Gaanfaa Afrikaatti Ergamaa Addaa Chaayina waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Ittaanaa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniin Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Chaayinaa Ambaasaaddar Zhu Biingi waliin…
Jilli Obbo Musxaafeen durfamu hojiilee misooma Magaalaa Jigjigaa daawwate
Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC)-Jilli Pireezidaantii Naannoo Somaalee Obbo Musxaafee Mahaammadii fi qondaaltoota Olaanoo naannichaan durfamu piroojektoota misooma Magaalaa Jigjigaatti…
Paarkiiwwan indaastirii Itiyoophiyaa invastimantiif filatamoo ta’uu Abbootiin Qabeenyaa Jaappaan…
Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC)- Paarkiiwwan Indaastirii Itiyoophiyaa invastimantiif filatamoo ta’uu Abbootiin qabeenyaa Jaappaan fooramii Invastimantii Itiyoo-Jaappaan irratti hirmaataan…
Guyyoota kurnan itti aanaan kutaaleen Itiyoophiyaa harki caalu qilleensa qorraa qabaatu jedhame
Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC) – Har’aa eegalee Guyyoota kurnan itti aanaan keessa kutaaleen Itiyoophiyaa harki caalu qilleensa qorraa qabaatu jedhameera.
Iddoowwan olka’oo Kaaba, Kaaba…
Agarsiisni Innooveeshinii Aviyeeshinii baname
Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC)- Agarsiisni Innooveeshinii Aviyeeshinii mata duree “Kalaqa, beekumsa Aviyeeshiniif “ jedhuun Godambaa Saayinsii Itiyoophiyaatti banameera.…
Adeemsa Maree Biyyaalessaa milkeessuuf Koreen Gorsituu Marii Biyyaalessaa gahee olaanaa bahachuu…
Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC)- Adeemsa Maree Biyyaalessaa milkeessuuf fi waliigalteen taasifamu hojiirra akka ooluuf Koreen Gorsituu Maree Biyyaalessaa gahee olaanaa bahachuu akka qabu…
Baankichi Tigraayitti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 25 taasiise
Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC) – Baankiin Ambasaa naannoo Tigraayitti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 25 taasiiseera.
Waamicha bulchiinsi yeroo naannichaa…
Bulchiinsaa Magaalaa Shaggaritti guyyaan Riivaanii Adii kabajame
Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti guyyaan Riivaanii Adii 18ffaan mata duree "Yoomuu, Essattuu, Haala kamuu keessatti Miidhaa koorniyaa bu'uureffate irratti hin…
Jijjiirraan bara Sablammii Arii “Dishtaa Giinaan” kabajamaa jira
Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC)- Jijjiirraan bara Sablammii Arii “Dishtaa Giinaan” kabajamaa jira.
Ayyaanichi, mata duree “Rakkoo biyyaalessaaf furmaata biyya keessaa” jedhuun Godina Arii…