Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Guyyaa Humna Qilleensaa Itiyoophyaa kabajauuf Bishooftuu jiru
Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)- Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan guyyaa Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa 88ffaa kabajauuf Bishooftuu…
Biiroon Barnootaa Oromiyaa fi Ministeerri Barnootaa Chaayinaa waliigaltee hojii mallatteessan
Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC) – Biiroon Barnootaa Oromiyaa barnoota afaan Chaayinaa mana barnootaa bultii addaatti barsiisuu eegale cimsuuf Ministeera Barnootaa Chaayinaa waliin waliigaltee…
Ajajoonni Humna Qilleensaa biyyoota Afrikaa bu’uuraalee misoomaa loltummaa daawwatan
Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC)- Ajajoonni Humna Qilleensaaa, Ataasheewwanii fi hoggantoonni dhaabbilee Aviyeeshinii biyyoota Afrikaa bu’uuraalee misoomaa loltummaa fi dandeetti hidhannoo…
Magaalaa Harar Magaalaa jiraattotaa fi turistootaaf filatamtuu taate gochuuf xiyyeeffannoon…
Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC) – Magaalaa Harar Magaalaa jiraattotaa fi turistootaaf filatamtuu taate gochuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin…
Lammiileen Keeniyaa turan 134 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC)- Karaa seeraan alaatiin biyyoota garaagaraatti imalaa kan turan lammiileen Itiyoophiyaa 134 Keeniyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru.
Deebitoonni kunneen…
Oromiyaatti nageenya waaraa mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira-Kom. Dirribaa Mokonnin
Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC)- Oromiyaa keessatti nageenya waaraa mirkaneessuuf mootummaan xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Koomishinarri Jeneraalaa Koomishinii Poolisii Oromiyaa Dirribaa…
Baankiin Addunyaa hojiirra oolmaa Waraqaa Eenyummaa Dijitaalaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 350…
Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC)- Baankiin Addunyaa hojiirra oolmaa Waraqaa Eenyummaa Dijitaalaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 350 taasiseera.
Hoji Gaggeessaa Pirojektii Waraqaa Eenyummaa…
Obbo Dammaqaa Mokonnin Daayrektara Olaanaa Dhaabbata Godaantota Idil Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Ittaanaa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Daayrektara Olaanaa Dhaabbataa Godaantota Idil Addunyaa Emii Pooppi waliin…
Raayyaan Ittisaa Itiyoophiyaa yeroo gara yerootti of cimsuun bu’aa hedduu argamsiisaa jira – Dooktar…
Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC) – Mariin Paanaalii Hoggantoota Humna Qilleensaa Afrikaa fi Dhaabbilee Tajaajila Aviiyeshinii Alaa kennanii gaggeeffamaa ture xumurameera.
Ministirri…
Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa naamusaa fi miira jaalala biyyaa kan nu dhaalchiseedha-Miseensota…
Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC)- Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa dhaabbata naamusa gaarii fi miira jaalala biyyaa nu dhaalchisuun biyyaaf akka jiraannu bu’uuraa nuuf ta’eedha jechuun…