Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ummata Oromoo – Ija Magaalaa fi Magaalummaatiin
Magaalli Maali?
Magaalli wiirtuu qaroomina ammayyaati. Magaalli giddugala murteessoo siyaas-dinagdeefi hawaasummaati. Wiirtuu barnoota, saayinsii, teeknoolojii, daldala, gabaa, aartii,…
Yuunivarsitiin N/Oromiyaa Inistitiyuutii Bulchiinsaa Beejiingi waliin waliigaltee mallattesse
Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)- Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa Inistitiyuutii Bulchiinsaa Beejiingi waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesseera.
Pireezidaantiin Yuunivarsitii Naannoo…
Obbo Dammaqaan Komishinara Dhaabbata Godaantoota Idil Addunya waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Itti Aanaa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniin Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Komishinara Godaantoota Addunyaa Filiip…
Gaachana Ummataa kan ta’e Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa madaalu ijaaraa jirra-F/M Birhaanuu Juulaa
Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)- Gaachana Ummataa kan ta’e Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa madaalu ijaaraa jirra jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa ittisaa Biyyaa Fiildi Maarshaal…
Oromiyaatti xaa’oon kuntaalli kuma 400 gara godinaaleetti geejjibsiifamaa jira
Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti xaa'oon biyyee oomisha bara 2016/17'f ooluu kuntaalli kuma 400 gara godinaaleetti geejjibsiifamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa naannichaa…
Guyyaan Waldaalee Hojii Gamtaa kabajame
Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)- Guyyaan Waldaalee Hojii Gamtaa Magaalaa Adaamaatti kabajameera.
Guyyicha sababeeffachuun waltajjiin marii gaggeeffameera.
Waltajjicharratti Sadarkaa…
Dameen Aviyeeshinii waarinaan dorgomaa akka ta’uuf dandeettii teeknoolojii guddisuun barbaachisaadha…
Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)- Dameen Aviyeeshinii waarinaan dorgomaa akka ta’uuf dandeettii teeknoolojii aviyeeshinii guddisuun barbaachisaa ta’uu Daayrektarri Olaanaa Abbaa Taayitaa…
Oromiyaatti bunni kuntaalli miiliyoona 7 ol walitti qabame-BQO
Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti hanga ammatti omishni Bunaa kuntaallii miiliyoonni 7.26 walitti qabamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Barana Buna kuntaala…
Kaabineen Naannichaa murtoo garaagaraa dabarse
Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)- Kaabineen Mootummaa Naannoo Hararrii dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera.
Manni Maricha Warshaa Misooma Daabboo fi Daakuu naannicha…
Jilli Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Warshaa Palpii fi Waraqaa dawwate
Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)-Jilli Pireezidaantii Ittaanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaaluu Abdiin durfamu Godina Shawaa Bahaa Wanjitti Warshaa Palpii fi Waraqaa daawwateera.…