Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Biiroon Qonnaa Oromiyaa Konkolaattota 50fi Motoroota 97 Godinaalee, Aanaaleefi Yuuniyeenotaaf…
Finfinnee, Mudde 6, 2016 (FBC) –Biiroon Qonnaa Oromiyaa Konkolaattota 50fi Motoroota 97 Godinaalee, Aanaaleefi Yuuniyeenotaaf deegarsaan dabarseera.
Guyyaa har'as Biiroon Qonnaa Oromiyaa…
Ministeerri Qonnaa Paampiwwan Bishaanii naannoleef gumaache
Finfinnee, Mudde 6, 2016 (FBC) –Ministeerri Qonnaa Misooma Qamadii jallisii Boneef kan oolu Paampiwwan Bishaanii marsaa 2ffaa naannoleef gumaacheera.
Bara kanan lafa hektaara miiliyoona 3…
Yuunivarsiitii Addigiraat barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 800 ol eebbisiise
Finfinnee, Mudde 6, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitii Addigiraat barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 839 eebbisiiseera.
Barattoonni kunneen ogummaa garaagaraan digirii…
Muduraalee sanyii fooyya’oo babal’isuun bu’aa caalmaa galmeessisuuf xiyyeeffannoo…
Finfinnee, Mudde 6, 2016 (FBC) – Misooma muduraalee sanyii fooyya'oo babal'isuun bu'aa caalmaa galmeessisuuf bara kana xiyyeeffannoo addaan kan hojjetamu ta'uu hogganaan Biiroo Qonnaa…
Baankiin Wagaagan naannoo Tigraayitti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 40…
Finfinnee, Mudde 6, 2016 (FBC) – Baankiin Wagaagan naannoo Tigraayitti lammiilee sababa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 40 taasiseera.
Waamichi bulchiinsi yeroo…
Argisiisni “Xiqur Ambassaa” gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Mudde 6, 2016 (FBC) – Argisiisni “Xiqur Ambassaa” bakka Ajajaan Humna Waraanaa Waliigalaa fi Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti gaggeeffamaa jira.
Humni…
Kaabineen Magaalaa Finfinnee wixinee dambii riifoomii Bulchiinsafi Misooma Lafaa magaalichaa irratti…
Finfinnee, Mudde 6, 2016 (FBC) – Kaabineen Magaalaa Finfinnee walga'ii idilee 7ffaa waggaa 3ffaa gaggeesseen wixinee dambii riifoomii Bulchiinsafi Misooma Lafaa magaalichaa irratti…
Sirni cufiinsa kabaja guyyaa hundeeffama Humna Qilleensa Itiyoophiyaa har’a ni gaggeeffama
Finfinnee, Mudde 6, 2016 (FBC) – Sagantaalee garaagaraa kabajamaa kan ture sirni cufiinsa guyyaa hundeeffama Humna Qilleensa Itiyoophiyaa waggaa 88ffaa har'a ni gaggeeffama.
Ayyaanichi…
Obbo Dammaqaan Ministira Dhimma Alaa Ingiliz waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Ittaanaa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Ministira Dhimma Alaa Ingiliz Deeviid Kameruun waliin bilbilaan mari’ataniiru.…
Humna Qilleensa Itiyoophiyaatti sagantaan beekkamtii fi galateeffannaa gaggeeffame
Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)- Humna Qilleensa Itiyoophiyaatti sagantaan beekkamtii fi galateeffannaa gaggeeffameera.
Saganticharratti Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa…