Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sirni Awwaalcha Obbo Baqqalaa Mullataa raawwate
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2016 (FBC)- Sirni Awwaalcha Hoji Gaggeessaa Duraanii Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeet Obbo Baqqalaa Mullataa raawwateera.
Obbo Baqqalaan dhaabbilee miidiyaa…
Dooktar Abiy Afaaritti Misoomaa fi Oomisha Albuudaa Beentooniittee daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Afaar Aanaa Warsassootti misoomaa fi oomisha albuudaa Beentooniittee daawwataniiru.
Qabeenyi…
Naannoon Oromiyaa Naannoo Giddigaaleessa Itiyoophiyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasise
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2016 (FBC)- Mootummaan Naannoon Oromiyaa tumsa Naannoo Giddigaaleessa Itiyoophiyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasise.
Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa…
Eegumsa fayyaa qulqullina isaa eeggate kennuuf hojiileen gaggeeffamaan cimanii kan itti fufan ta’uun…
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2016 (FBC)- Naannoo Harariitti hojiileen eegumsa fayyaa qulqullina isaa eeggate kennuuf hojjetaman cimanii kan itti fufan ta’uu Pireezidaantiin Naannichaa Obbo…
MM Dooktar Abiy Ahimad daawwannaaf Naannoo Afaar galan
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojiilee misooma garaagaraaf Naannoo Afaar galaniiru.
Jillii Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu…
Badhaasni “Ogbarruu Gaaddisaa” Dilbata iftaanii gaggeeffama
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2016 (FBC)- Badhaasni “Ogbarruu Gaaddisaa” (Gadisa Award) Dilbata iftaanii Onkololeessa 18, 2016 akka gaggeeffamu Waldaan Barreessitoota Oromiyaa beeksise.…
Piroofeesar Birhaanuun Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Erviin Maasiingaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2016 (FBC) –Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Erviin Maasiingaa waliin dhimmoota waloorratti…
Dirree saayibariin dandeettiin teeknooloojii fi humna namaa dhaabbilee %20 gadi ta’uun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2016 (FBC)- Dhaabbileen dirree saayibariin dandeettiin teeknooloojii fi humna namaa akkasumas damee gurmaa’ina dhaabbilee %20 gadi ta’uu Bulchiinsi Nageenyaa…
Dhaabbanni ‘VSF Sweez’jedhamu Horsiisee bultoota Godina Booranaa hongeen miidhamaniif Birrii…
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2016 (FBC) – Dhaabbanni miti mootummaa ‘VSF Sweez’jedhamu Horsiisee bultoota Godina Booranaa hongeen miidhamaniif Birrii miiliyoona 109 deeggarsa taasiiseera.…
Manni Maree Ministirootaa dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarse
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2016 (FBC) - Manni Maree Ministirootaa walga’ii Idilee 25ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera.
1.Manni marichaa…