Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mariin sadee Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa marsaa 4ffaan eegale
Finfinnee, Mudde 8, 2016 (FBC) – Mariin sadee Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa marsaa 4ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Marichi dambiiwwanii fi qajeelfamoota gadi…
Agarsiisi Suuraa hojiilee Faawundeeshinii Raayyaa Ittisa Biyyaa baname
Finfinnee, Mudde 8, 2016 (FBC)- Agarsiisi suuraa bu’aalee hojiilee qonnaa, uffannaa loltummaa, omisha asxaawwan gulantaa fi kanneen biroo Faawundeeshinii Raayyaa Ittisa Biyyaa banameera.…
Naannoo Giddu galeessa Itiyoophiyaatti sagantaan baniinsa Kenna Tajaajila Tola Ooltummaa Waktii…
Finfinnee, Mudde 8, 2016 (FBC) – Naannoo Giddu galeessa Itiyoophiyaatti sagantaan cunfiinsa Kenna Tajaajila Tola Ooltummaa waqtii gannaa fi baniinsa waqtii Bonaa gaggeeffamaa jira.…
Lafti hektaarri miiliyoona 1.6 qamadii bonaan uwwifameera-MQ
Finfinne, Mudde 8, 2016 (FBC)- Sadarkaa biyyaalessaatti lafti hektaarri miiliyoona 1.6 qamadii jallisii Bonaan uwwifamuu Ministeerri Qonna beeksise.
Hoji Raawwachiisaan Quunnamtii Ummataa…
Godina Booranaatti haala mijaawaa qonnaaf jiru carraatti jijjiiruun barbaachisaadha-BQO
Finfinnee, Mudde 8, 2016 (FBC)- Godinni Booranaa hojiilee qonnaatiif lafa misoomuu danda'uu fi haala mijaawaa jiru carraatti jijjiiruun fayyadamummaa horsiisee bultoota mirkaneessuuf…
Nama ugguruun Birrii miiliyoona 10 kan gaafatan to’ataman
Finfinnee, Mudde 7, 2016 (FBC)- Dargaggeessa tokko ugguruun Birrii miiliyoona 10 kan gaafatan shakkamtoonni lama to’annoo jala oolfamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksise.
Ugguraa fi…
Dandeetiin Humni Qilleensaa ijaaraa jiru biyyoota biroof fakkeenya- Ataasheewwan
Finfinnee, Mudde 7, 2016 (FBC)- Dandeetiin Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa ijaaraa jiru biyyoota Afrikaaf barnootaa ta’uu Ataasheewwan Loltummaa Embaasiiwwan biyyootaa garaagaraa Finfinneetti…
Manneen Maree Ummataa ijaarsa sirnaa keessatti gumaacha olaanaa qabu-Obbo Eliyaas Ummataa
Finfinnee, Mudde 7, 2016 (FBC)- Manneen Maree Ummataa ijaarsa sirnaa keessatti gumaacha olaanaa kan qaban ta’uu Afyaa'ii Itti Aanaan Caffee Oromiyaa Obbo Eliyaas Ummataa dubbatan.…
Shaashamanneetti boombii balfa keessaa dhoheen lubbuun daa’imman 2 darbe
Finfinnee, Mudde 7, 2016 (FBC)- Shaashamannee, Kutaa Magaalaa Allacheetti boombii balfa keessaa dhoheen lubbuun daa’immaan lamaa darbe.
Balaan kunis boombii balfaa keessatti gatamee…
Injifannoowwan argaman itti fufsiisuun misooma mirkaneessuurratti xiyyeeffannaan hojjetamaa…
Finfinnee, Mudde 7, 2016 (FBC)-Injifannoowwan argaman itti fufsiisuun misooma mirkaneessuurratti xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Pireezidaantii Ittaanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…