Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qe’een misooma qindaa’aa fi naannawaa jireenyaa Galaan Gurraa maal of keessaa qaba?
* Manneen jireenyaa kuma 1 fi 200 jiraattota kuma 6 fi 500 kan qabatu, daandii Asfaaltii kiiloo meetiraa 1.6,
* Terminaala yeroo tokkotti Awutoobisoota 20 ol keessummeessuu danda’u,
*…
Dooktar Girmaa Amanteen Ministira Muummee Itti Aanaa Riippaablika Cheek waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 30, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Ministira Muummee Itti Aanaa Riippaablika Cheek Maariyaan Juureeskaa waliin mari’ataniiru.
Dooktar…
Finfinnee naannawaa tokko tokkotti sagaleen dhukaasaa dhagahamaa jiru kan miseensota WBO waamicha…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC) –Finfinnee naannawaa tokko tokkotti sagaleen dhukaasaa dhagahamaa jiru kan miseensota WBO waamicha nageenyaa fudhachuun gara haaromsaa imalaa jiranii ta'uu…
Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Paarkii Biyyaalessaa Naci Saar…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Paarkii Biyyaalessaa Naci Saar daawwataniiru.
Paarkiin Biyyaalessaa…
Hanga ammaatti ijaarsa Hidha Haaromsaaf Birriin biiliyoonni 20 walitti qabamuun ibsame
Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)-Hanga ammaatti ijaarsa Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaaf Birrii biiliyoonni 20 walitti qabamuun ibsame.
Naannoon Somaalee Waancaa Hidha Guddicha…
Ministirri Muummee Itti Aanaa Rippabilikii Cheek Yaadannoo Injifannoo Adwaa Daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)- Jilli Ministira Muummee Itti Aanaa fi Ministirri Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa Rippabilikii Cheek Maariyaan Juureeskaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa…
Miseensonni WBO karaa nagaan galuu itti fufaniiru
Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)- Waliigaltee Mootummaa fi WBO gidduutti taasifame hordofee miseensonni WBO karaa nagaan galuu itti fufaniiru.
Haaluma kanaan Godina Shawaa Lixaa Aanaa…
Itiyoophiyaan Kaateediraalli Noordaam Gootik tajaajilaa eegaluun hawwii gaarii qabdu ibsite
Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)- Waggoota shaniin dura balaa ibiddaan mudateen hojii suphaa gaggeeffamaa kan ture Mana Amantaa Kaatoolikii Umrii Dheeraa Lakkoofsisee Kaateediraalii…
Itiyoophiyaa hunda keenyaa ni bu’uuressina-Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)-Miiraa fi fiinxaalessummaarraa of qoqqobuun tokkummaa cimsuun Itiyoophiyaa kan hunda keenyaa taatee ni bu’uuressina jechuun Pireezidaantii Itti Aanaan…
Filannoon daandii nagaa Itoophiyaa qe’ee sabaa fi sablammootaa ceessisa-Aadde Sa’aadaa…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)- Filannoon daandii nagaa hordofames, imala guddinaa fi abjuu badhaadhinaa qabame, milkeessa; Itiyoophiyaa qe'ee sabaa fi sablammootaa ta’uun beekamtu…