Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Rakkoolee kenniinsa tajaajilaa furuun Badhaadhina Itiyoophiyaaf murannoon ni hojjenna – Aadde…
Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) –Rakkoolee kenniinsa tajaajilaa furuun Badhaadhina Itiyoophiyaaf murannoon ni hojjenna jedhan Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen.…
Mootummaan Jijjiiramaa rakkoolee bu’uuraalee misoomaa jiran hiikuun dilbii naannawichaa gara…
Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) –Mootummaan Jijjiiramaa rakkoolee bu'uuraalee misoomaa jiran hiikuun dilbii naannawichaa gara fayyadamummaatti jijjiiruuf xiyyeffannoo olaanaan socho'aa…
Obbo Awwaluu Abdiin Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ejereetti gurmaa’insa caasaa Ganda Dhaamottuu…
Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) –Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Gurmaa’insi caasaa gandaa haaraa Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ejeree Ganda Dhaamottuu…
Magaalaa Bahiirdaaritti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbe
Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) –Magaalaa Bahiirdaar Ganda 16 naannawaa Gudoo Bahiir jedhamutti kaleessa galgala balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbuu ibsameera.
Konkolaataan…
Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa fi Obbo Masfin Xaasew Tarminaala Buufata Xiyyaaraa Jeneraal Waaqoo…
Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa fi Hojii Raawwachiisaa olaanaan Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa Obbo Masfin Xaasaw…
Tarminaalli Buufata Xiyyaara Jeneeraal Waaqoo Guutuu eebbifamaa jira
Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) –Magaalaa Roobeetti Tarminaalli keessummeessa maamiltootaa Buufata Xiyyaara Jeneeraal Waaqoo Guutuu eebbifamaa jira.
Pireezidaantii Mootummaa naannoo…
Finfinneetti kutaaleen hawaasaa leenjii sagantaa Seeftineetii fudhachaa turan eebbifaman
Finfinneetti kutaaleen hawaasaa leenjii sagantaa Seeftineetii fudhachaa turan eebbifaman, Mudde 27, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti kutaaleen hawaasaa galii gadaanaa qaban leenjii…
Hawaasni tibba Ayyaana nagaan bahee akka galu to’annoo fi hordoffiin teeknooloojiin deeggarame…
Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) – Hawaasni tibba Ayyaanaa nagaan bahee akka galu Tajaajilli Geejjibaa si'ataa fi ammayyaa teeknooloojiin deeggarame kennamaa jiraachuu Ejansiin Geejjiba…
Yaa’i Gadaa Sadeen Booranaa Qaalluu Odituu Iddoo Kuraa muuduu eegale
Finfinnee, Mudde 26, 2017 (FMC)-Godina Boorana Bahaa Aanaa Areeroo Ardaa Jilaa Oli Gabbisaatti Yaa'i Gadaa Arboora, Hawaxxuu fi Koonnituun Waggaa 8ffaa isaaniitti Baalli Gadoomaa Eebbaan…
Gara Indaastiriitti ce’uuf yuuniyenoota maaltu gaadi’e?
Obbo Kumasaa Guddinaa Hoji Raawwachiisaa Yuuniyeniin Oomishtoota Kuduraa fi Muduraa Maqii Baatuu yoo ta’an, yuuniyeniiin isaanii irra jireessan kuduraa fi muduraa oomishuurratti…