Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannawaa Paarkii Inxooxxootti yakka saamichaa namoonni raawwachaa turan hidhaan adabaman
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Magaalaa Finifnnee Kutaa Magaalaa Guullallee Naannawaa Paarkii Inxooxxootti namoota yakka saamichaa raawwachaa turan lama irratti murteen darbu…
Jiraattonni magaalatti nageenyaaf gahee isaanii akka bahatan waamichi dhiyaate
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Dameen turiizimii nageenyaa waan barbaaduuf jiraattoonni magaalattii nageenyaaf gahee gama isaanii akka bahatan Kantiibaan Ittaanaa Magaalaa Finfinnee…
Guyyichi sirni Federaalaa gahee Nageenya waaraaf qabaatu haala cimsuun kabajama jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Guyyaan Sabaa fi Sablammootaa sirna federaalaa sabdaneessaa ijaarsa nageenyaa waaraaf gahee qabaatu haala cimsuun kan kabajamu ta'uu Afyaa'ii…
Kantiibaan Magaalaa Chonchuun daawwannaa hojiif Finfinnee galan
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Jilli Kantiibaan Magaalaa Choonchuun Kooriyaa Kibbaa Yuukii Doongi Haan daawwannaa hojiif Magaalaa Finfinnee galaniiru.
Yuukii Doongi Haan wayita…
Dooktar Abiy Ministira Dhimma Alaa Veenzhuuweela waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Rippaabilikii Veenzhuweelaa Boolivaariyaa Ivaan Piintoon waliin mari’ataniiru.…
Bu’aalee galmaa’aan jajjabeessuu fi rakkoolee furuuf ittigaafatama biyyaalessaa qabna-Aadde Loomii…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa bu’aalee galmaa’an jajjabeessuu fi rakkoolee jiran mariin furuuf ittigaafatama biyyaalessaa akka qaban…
Rakkoo dhangaggummaa biyyee naannichaa furuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Rakkoo dhangaggummaa biyyee naannoo Oromiyaa furuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Hooggantoonni sadarkaa Naannoo,…
Obbo Malaakuu Allibal Ambaasaaddara Jarmaan waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allibal Ambaasaaddara Jarmaan Isteefan Awuraa waliin mari’ataniiru.
Mariin isaanii dhimmoota…
Finfinneetti sirreeffamni Taarifa Geejjiba Tajaajila ummataa taasifame
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Finfinneetti sirreeffamni Taarifa Geejjiba Tajaajila ummataa taasifamuu Biiroon Geejjibaa Magaalaa Finfinnee beeksiise.
Sirreeffamni kun boru…
Itiyoophiyaa fi Ayerlaandi waliigaltee Deeggarsa Yuuroo miiliyoona 8.4 mallatteessan
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Ministeerri Maallaqaa Itiyoophiyaa fi Ayerlaandi waliigaltee deeggarsa Yuuroo miiliyoona 8.4 mallatteessaniiru.
Ministirri Ministeera Maallaqaa…