Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Raayyaa Ittisa deeggaruun egeree biyyaa eegsisuu fi birmadummaa biyyaa deeggaruudha-Dooktar…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaruun egeree biyyaa eegsisuu fi birmadummaa biyyaa deeggaruudha jedhan Ministirri Ministeeraa Raayyaa Ittisaa Dooktar…
Biyyoonni Gaanfa Afrikaa gaaffii karra galaanaa Itiyoophiyaa faara gaariin ilaaluu qabu-Laawuransi…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Biyyoonni Gaanfa Afrikaa gaaffii karra galaanaa Itiyoophiyaa faara gaariin ilaaluu akka qaban Xiinxalaan Dhimmoota Siyaasaa fi Diinagdee Ameerikaa…
Ayyaanota da’eeffachuu karoorri shororkeessummaa raawwatamuuf ture fashaalaa’e
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Aayyaanota amantaa fi aadaa dhiyeenya kabajaman akkasumas sagantaalee sadarkaa biyyaalessaa da’eeffachuun karooraa shororkeessummaa humnoota farra…
Kurmaana 1ffaa damma toonii 6 ol oomishuun danda’ameera-Pir. Shimallis
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Kurmaana jalqabaa bara baajataa 2016tti damma toonii kuma 6 ol oomishuun akka danda’ame Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan…
Afrikaan wabii nyaataan akka of dandeessu dureewwan ishee kutannoon kaaneerra-Pir. Saahilawarqi…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Afrikaan oomisha wabii nyaataan akka of dandeessu dureewwan ishee kutannoon kaaneerra jechuun Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen dubbatan.…
Waggaan 20ffaan obbolummaa magaalota Finfinnee fi Chonchuun kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Waggaan 20ffaan obbolummaa magaalaa Finfinnee fi Magalaa Chonchuun Kooriyaa Kibba kabajame.
Sirnichaarratti Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde…
Obbo Dammaqaa Mokonnin daawwannaa hojiif Sudaan Kibbaa galan
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Ittaanaa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin daawwannaa hojiif Sudaan Kibbaa Juubaa galaniiru.
Obbo Dammaqaan…
Obbo Araggaa Kabbadaan jiraattoota Magaalaa Dassee waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan jiraattoota Magaalaa Dassee waliin dhimmoota nageenyaa, misoomaa fi bulchiinsa gaariirratti…
Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Ministira Dhimma Alaa Poorchugaal waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaddar Misgaanuu Argaan Ministira Dhimma Alaa fi Walta’iinsaa Poorchugaal Firaansiiskoo Andiree waliin…
Oomishni lafa hektaara miiliyoona 1.1 irraa walitti qabame
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti oomishni qonnaa gahee lafa heektaara miiliyoona 1.1 irraa walitti qabamuu Biiroo Qonnaa Oromiyaa beeksise.…