Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lafa hektaara kuma 30 biqiltuu Shaayeen uwwisuuf hojjetamaa jira-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Mudde 10, 2016 (FBC)- Oromiyaatti lafa hektaara kuma 30 biqiltuu shaayiiin uwwisuuf hojjetamaa jiraachuu Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ibsan.…
Muuxannoowwan Idil Addunyaa haala qabatamaa magaalotaan walsimsiisuun hojjenna –Aadde Adaanech
Finfinnee, Mudde 10, 2016 (FBC)-Muuxannoowwan Idil Addunyaa haala qabatamaa magaalotaan walsimsiisuun Finfinnee jiraattotaaf mijattuu fi dorgomtuu taasisuuf tattaaffii olaanaan tajaajiluu…
Balaawwan uumamaa mudataniif mootummaan Birrii biiliyoona 11 ramadee hojjechaa jira jedhame
Finfinnee, Mudde 10, 2016 (FBC)- Balaawwan uumamaa Itiyoophiyaatti mudataniif mootummaan Birrii biiliyoona 11 ramadee hojjechaa jiraachuu Koomishiniin Hoggansa Sodaa Balaa ibse.…
Waliigalteen ijaarsa pirojektii Birrii biiliyoona 5.13 malatteeffame
Finfinnee, Mudde 10, 2016 (FBC)-Ministeerri Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii Dhaabbata Kooriyaa Hansool Peeppar waliin ijaarsa pirojektii misoomaa baadiyyaa fi misooma jallisii bishaan lafa…
Itiyoophiyaan filmaatawwan akka karra galaanaa qabaattu mirkaneessan qabdi-MMBBU
Finfinnee, Mudde 10, 2016 (FBC)- Hoggantoonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa koreewwan dhaabbii garaagaraarraa baba’aan miseensota Paarlaama Gamtaa Awurooppaa waliin dhimmoota Itiyoophiyaa…
Pireezidaanti Saahilawarqi du’aan boqochuu Emiira Kuweetiin gaddaa isaanii ibsan
Finfinnee, Mudde 10, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen du’aan boqochuu Emiira Kuweet Nawaaf Al Ahimad Al Saabaahiin gadda isaanitti dhaga’ame ibsan.
Pireezidaanti…
Miseensoonni Shanee kuma 1 fi 500 ol leenjii haaromsaa fudhachuun hawaasatti makaman
Finfinnee, Mudde 10, 2016 (FBC)- Miseensoonni ABO Shanee harka kennanii fi booji'aman kuma 1 fi 521 gocha raawwachaa turanitti gaabbuun nagaa filachuun leenjii haaroomsaa ji'a lamaaf…
Raashiyaan Itiyoophiyaa waliin damee barnootarratti tumsaan hojjechuu akka itti fuftu ibsite
Finfinnee, Mudde 10, 2016 (FBC)- Raashiyaan Itiyoophiyaa waliin damee barnootaarratti tumsaan hojjechuu cimsite akka itti fuftu ibsite.
Ministirri Ministeera Barnootaa Pirofeesar…
Itiyoophiyaatti Sooggoorraa waraqaan oomishamuu eegale
Finfinnee, Mudde 10, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaatti haftee oomisha Warqeerraa (Sooggoo) waraqaa oomishuu eegaluu Indaastiriin Adaal beeksise.
Sooggoorraa warqaa oomishuun fedhii biyya…
Manni Maree Ministirootaa Murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Mudde 10, 2016 (FBC)-Manni Maree Ministiroota walga’ii idiilee 26ffaa gaggeesseen dhimmoota garaagaraarrti mari'achuun murtoowwan dabarseera.
Haaluma kanaan manni maricha…