Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’ii dureewwan Afrikaa keessummeessuuf qophiin taasifamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2016 (FBC)- Yaa'ii dureewwan Afrikaa 37ffaa fi Walga'ii Mana Maree Hoji Raawwachiistuu 44ffaa keessummeessuuf qophiin duraa taasifamaa jiraachuu Ministir Deetaan…
Baalli sammuu namaa hadoochu kuntaalli 79 to’atame
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2016 (FBC)- Godina Arsii Lixaa Aanaa Shaallaatti baalli sammuu namaa hadoochu kuntaalli 79 to'atamuun himame.
Waajjira Poolisii Aanichaatti Itti Gaafatamaan…
Hojiin xaa’oo biyyee geejjibsiisuu eegalame
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2016 (FBC)- Buufata Jibuutiirraa bara oomishaa 2016/2017’f kan oolu adeemsi xaa’oo biyyee geejjibsiisuu har’a eegaleera.
Sirna adeemsicha eegalchiisuurratti…
Labsiin Yeroo Ariifachiisa naannoo Amaaraa diigamuurraa baraare – TKM
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2016 (FBC) – Naannoo Amaaratti tarkaanfii humnoota finxaaleeyyii Faannoo Ofiin jedhurratti fudhatameen nageenyi waaraan mirkanaa’aa jiraachuu Tajaajilli…
Hojiileen Dippilomaasii siyaasaa milkaa’aan dippilomaasii diinagdeef carraa bal’aa…
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2016 (FBC)- Dippilomaasiin siyaasaan hojiilee milkaa’aan gaggeeffamaa jiru dippilomaasii diinagdeef carraa bal’aa uumuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.…
Walga’iin Koree Olaanaa Sosochii “Itiyooopiyaan haa Oomishtuu” gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2016 (FBC)- Walga’iin Koree Olaanaa Sosochii “Itiyooopiyaan haa Oomishtuu” Ministeera Indaastiriin gaggeeffamaa jira.
Waltajjicharratti, Ministirri Muummee…
Jilli Pireezidaanti Shimallisiin durfamu Shawaa Kibba Lixaatti misooma qonnaa daawwachaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2016 (FBC)- Jilli Pireezidaantii Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Kibbaa Lixaatti hojiilee misooma qonnaa daawwachaa jira.…
Guyyoota kurnan itti aanaan kutaalee biyyattii iddoolee tokko tokkotti Roobni idilee fi idileen olii…
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2016 (FBC) – Guyyoota kurnan itti aanaan kutaalee biyyattii iddoolee tokko tokkotti Roobni idilee fi idileen olii kan jiraatu ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala…
Bulchiinsa magaalichatti fayyadamummaan haqa qabeessaa jiraattotaa mirkanaa’uu eegaleera-Aadde…
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2016 (FBC)- Haala ummataaf waadaa galameen hojiilee hojjatamaniin fayyadamummaan haqa qabeessi jiraattotaa mirkanaa’aa jiraachuu Kantiibaan Bulchiisa Magaalichaa…
Dooktar Mulaatuu Tashoomaa Pireezidaantii Ugaandaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Duraanii Itiyoophyaa Dooktar Mulaatuu Tashoomaan Pireezidaantii Ugaandaa Yuweerii Museveenii waliin mari’ataniiru.
Dooktar…