Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudeen Walitti Qabaa Boordii Qaxxaamura Diimaa Fiinlaandi waliin…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen Walitti Qabaa Boordii Qaxxaamura Diimaa Fiinlaandi Eelii Altonan waliin mari’ataniiru.
Pireezidaanti…
Magaalaa Waraabeetti Balaa tiraafikaan lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC)- Godina Silxee Magaalaa Waraabeetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun haadholii lamaa fi daa’imman lamaa darbuun ibsame.
Har’aa Sa’aatii 8:00…
Gaaffiin karra galaanaa Itiyoophiyaa fayyadamummaa waloo biyyootaa kan guddisuudha-Hayyoota
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC)- Gaaffiin karra galaanaa Itiyoophiyaa adeemsa dippilomaasii bilchina qabu kan hordofee fi faayidaa fi mirga biyya kamiiyyuu kan hintuqne ta’uu…
Pireezidaanti Shimallis Godina Arsii Lixaatti duula qamadii walitti qabuu eegalchiisan
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC)- Jilli Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Arsii lixaa Aanaa Gadab Hasaasaatti hojii oomisha qamadii Ganna…
Guyyaan Maanguddootaa kabajamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC) – Guyyaan Maanguddootaa 32ffaan Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaatti kabajamaa jira.
Guyyichi mata duree ‘Mirga Maanguddootaa kabajuun dhaloota…
Yuunivarsiitiin Finfinnee Embaasii Chaayinaa waliin waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC)- Yuunivarsiitiin Finfinnee Embaasii Chaayinaa waliin waliigaltee mallatteesseera.
Waliigaltichaarratti Pireezidaantii Eeggataa Yuunivarsitii…
Pirojektiin bishaan dhugatii namoota kuma 500 fayyadamtoota taasisu ifoome
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC)- Dhaabbanni Gargaarsaa Ameerikaa USAID Itiyophiyaatti namoota kuma 500 fayyadamtootaa kan taasisuu pirojekti bishaan dhugaatii fi qulqullina naannawaa…
Manni Maree Hoggansa Sodaa Balaa walga’ii idilee gaggeessaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC) – Manni Maree Hoggansa Sodaa Balaa Biyyaalessaa Walga’ii idilee gaggeessaa jira.
Itti Aanaa Ministira Muummee fi Ministira Ministeera Dhimma Alaa…
Saatilaayitoonni Itiyoophiyaan gara hawaatti ergite ergama isaanii milkaa’inaan xumuruun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC)- Saatilaayitoonni Itiyoophiyaan gara hawaatti ergite ergama isaanii milkaa’inaan xumuruu Inistiitiyuutiin Saayinsii Hawaa fi Ji’oospaashaalii…
Obbo Awwal Arbaan hojiilee misoomaa Awaash Fantaallee daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaan hojiilee misoomaa Aanaa Awaasha Fantaallee daawwataniiru.
Daawwannaa isaaniin oomishaa Paappaayyaa…