Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Ministira Muummee Rippaabliika Cheek waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Rippaabliika Cheek Peetir Fiyaalaa waliin mari'ataniiru.
Dhimmoota hariiroo waloo…
Hojiilee rakkoolee ummataa furan raawwachuun itti fufa – Obbo Ordiin Badirii
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) – Hojiilee rakkoolee ummataa furan raawwachuun cimee itti fufa jedhan Pireezidaantiin naannoo Hararii Obbo Ordiin Badiriin.
Manni Maree Bulchiinsaa…
Dooktar Alamuun Ministira bu’uuraalee misoomaafi Ikkiyuupimantii Jibuutii waliin…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen Ministira bu'uuraalee misoomaafi Ikkiyuupimantii Jibuutii Hasan Humad Ibraahiim…
Maanguddoota hambaa biyyaa ta’an deeggaruufi kunuunsuun gahee dhaloota har’aati jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti guyyaan Maanguddootaa 21ffaan magaalaa Adaamaatti kabajame.
Manguddoonni har'aa hambaa guddaa dhaloota biruu waan ta'aniif…
Daandiin Qilleensichaa buufata daddabarsa Annisaa abbaa Meeggaa Waatii 50 eebbisiise
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) –Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa buufata daddabarsa Annisaa abbaa Meeggaa Waatii 50 eebbisiiseera.
Buufatichi bakka Hojii Raawwachiisaa Olaanaan…
Pireezidaanti Shimallis Warshaa seeraamikaa SPC eebbisiisan
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) –Jilli Pireezidaantii Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Warshaa seeraamikaa SPC eebbisiiseera.
Warshaa Seeraamikaa…
Onkololeessi 24, yoomiyyuu, eessattuu hin dabalamu – TKM
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) – Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Onkololeessa 24 guyyaa yaadannoo haleellaa Raayyaa Ittisaa Ajaja Kaabarratti raawwatame waggaa 3ffaa ilaalchisee…
Aadde Adaanach Giddugala Gabaa Gurgurtaa Oomisha Qonnaa Kolfee eebbisiisan
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) –Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Giddugala Gabaa Gurgurtaa Oomisha Qonnaa Kolfee eebbisiisuun hojii eegalchiisan.
Giddugalichi…
Ministirri Muummee Riippaabliika Cheek daawwannaa hojiif Finfinnee galan
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Riippaabliika Cheek Piitar Fiiyaalaa daawwannaa hojiif Finfinnee dhufan simatan.…
Carraa hojii mijataa Paarkiiwwan indaastirii keessatti uumuurratti mari’atame
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC)- Paarkiiwwan indaastiriitti carraa hojii, mijataa fi amansiisaa uumaaf haala dandeessisurratti mari’atame.
Ministirri Ministeeraa Hojii fi Ogummaa…