Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Antoonii Bilinkan Pireezidanaatii Filisxeem Mahaammad Abbaas waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa, 25, 2016 (FBC)- Filisxeem Raamaalaahitti kan argaman Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkan Pireezidaantii Filisxeem Mahaammad Abbaas waliin walarguun…
Dooktar Abiy Ahimad Giddugala Tajaajila Deeggarsaa Miidhamtoota Qaamaa eebbisiisan
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Giddugala Tajaajila Deeggarsa Miidhamtoota Qaamaa eebbisiisaniiru.
Dooktar Abiy giddugalichi akka…
Firehiiwot Taammiruu Badhaasa Festivaala Filmii “Focus On Ability” injifatte
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2016 (FBC)- Gaazexeessituu Firehiiwot Taammiruu Badhaasa Festivaala Filmii “Focus On Ability” injifatte.
Firehiiwot Taammiruu feestivaala fiilmii gabaabaa…
Godaantonni 139 gara Itiyoophiyaatti deebi’an
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2016 (FBC)-Jibuutiitti Embaasiin Itiyoophiyaa Dhaabbataa Godaantotaa Idil Addunyaa waliin ta’uun, godaantota 139 gara biyyaatti deebisuu beeksise.
Deebitoonnis…
Irreessi Malkaa Dooshaa Asallatti kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2016 (FBC)-Irreessi Malkaa Dooshaa Magaalaa Asallatti kabajameera.
Sirnicharratti Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee, jiraattonni naannawa Magaalaa Asallaa fi…
Irreechi Malkaa Baaroo kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2016 (FBC)-Irreechi Malkaa Baaroo duudhaa aadaa haala eeggateen Magaalaa Gaambeellaatti kabajame.
Sirni Irreechaa kun jala bultiirraa eegalee sirnoota…
Godina Qellem Wallaggaatti ruuziin lafa hektaara kuma 95 irratti oomishame walitti qabamuu eegale
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) – Godina Qellem Wallaggaatti ruuziin lafa heektara kuma 95fi 180 irratti misoome duulaan walitti qabamuu eegaleera.
Itti Gaafatamaan Waajjira Qonnaa…
Daawwannaan Ministirri Muummee Rippaabliika Cheek Itiyoophiyaatti taasisan hariiroo biyyoota…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) – Daawwannaan Ministiri Muummee Rippaabliika Cheek Peetir Fiyaalaan Itiyoophiyaatti taasisan hariiroo biyyoota lamaanii caalmatti kan cimsu ta'uu…
Jala bultiin Irreecha Hora Baaroo Marii Paanaaliin Magaalaa Gaambeellaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) –Jala bultiin Ayyaana Irreechaa Hora Baaroo Marii Paanaaliin Magaalaa Gaambeellaatti kabajamaa jira.
Irreechi Malkaa Baaroo guyyaa boruu Magaalaa…
Ministirri Muummee Rippaabliika Cheek Ministeera Bishaanii fi Inarjii daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) –Ministirri Muummee Rippaabliika Cheek Peetir Fiyaalaan Ministeera Bishaanii fi Inarjii daawwataniiru.
Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii…