Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Gaambeellaatti manneen barnootaa deeggarsa barbaadaniif deeggarsi Birrii miiliyoona 39…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2016 (FBC) – Dhaabbata mootummoota Gamtoomaniitti Dhaabbanni deeggarsa daa’immannii naannoo Gaambeellaatti manneen barnootaa deeggarsa barbaadaniif deeggarsi…
Sudaanitti lammiilee naannawaa waraanaa keessa hojiin baasuu gaggeeffamaa jirachuun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2016 (FBC) – Sudaanitti haalaa yeroo mudate hordofee lammiilee sababa garaagaraatiin naannawaa waraannni jiru keessaa bahuu hindandeenye mootummaan hojiin achii…
MM Rippaabliika Cheek Mooraa Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee Rippaabliika Cheek Peetir Fiyaalaan Mooraa Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa daawwataniiru.
Biyyoota teeknooloojii Aviiyeeshiniin…
Balaa Ibiddaa iddoo addaa Minaalesh taraa jedhamuun beekamutti mudateen suuqiwwan 41 fi manneen…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2016 (FBC) – Balaa Ibiddaa iddoo addaa Minaalesh taraa jedhamuun beekamutti mudateen Suuqiwwan 41 fi manneen jireenyaa 4 barbadaa’uu Komishiniin Hoggansa Sodaa…
Mootummaan Itiyoophiyaa waliigaltee Piriitooriyaa hojiitti hiikuuf tattaaffii taasisu cimsee itti…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2016 (FBC) – Mootummaan Itiyoophiyaa waliigaltee Piriitooriyaa guutumaan guutuutti hojiitti hiikuuf tattaaffii taasisu cimsee kan itti fufu ta’uu Tajaajilli…
Gamtaan Afrikaa Atileetoota Maaraatoonii Niwuu Yoorkiin maqaa Afrikaa waamsisan galateeffate
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2016 (FBC) – Gamtaan Afrikaa Atileetoota Itiyoophiyaa fi Keeniyaa Maaraatoonii Niwuu Yorki injifachuun maqaa Afrikaa waamsisan galateeffateera.
Dhaabbatta…
Gurgurtaa simmintoon walqabatee kanneen malaanmaltummaa himatanirratti murteen adabbii kenname
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2016 (FBC) – Bittaa simmiintoon alqabaytee yakkaa malaammaltummaan kan himataman Daayrektara Ittaanaa Loojistiksii fi Konistiraakshinii Tajaajilaa Nageenyaa fi…
Ambaasaaddar Dhaabaa Dabaleen hoggantoota olaanoo Dhaabbata JIBH waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2016 (FBC) – Jaappaanitti Ambaasaaddarrii fi ergamaan addaa Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Dhaabaa Dabaleen hogganaa olaanaa Dhaabbata Indaastirii fi Waldaa Oomisha…
Oromiyaatti tajaajilli lammummaan Birrii biiliyoona 102tti tilmaamamu hojjechuuf karoorfameera-BMO
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti barana tajaajila lammummaa hojiiwwan adda addaa Birrii biiliyoona 102 olitti tilmaamamu hojjechuuf karoorfamuu Biiroon Maallaqaa…
Ijaarsa mootummaa milkaa’aan akka jiraatuuf Seenessii Olaanaa barbaachisa-Obbo Tasfaayee Beeljigee
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2016 (FBC)- Ijaarsa mootummaa milkaa’aan akka jiraatuuf lammiilee gara tokkummaatti kan fiduu seenessii olaanaa barbaachisa jedhan Mana Maree Bakka Bu’oota…