Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Muuxannoo dhaabbileen Barnootaa Olaanoo Chaayinaa qaban Itiyoohiyaatti babal’isuun…
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2016 (FBC) – Muuxannoo dhaabbileen Barnootaa Olaanoo Chaayinaa qaban Itiyoohiyaatti babal'isuun barbaachiisaa ta'uu Itiyoohiyaatti Ambaasaadarri Chaayinaa Zhoo…
Hoggansi jijjiiramaa dilbii gama hundaan jiru soquun gara carraa siyaas-dinagdeefi hawaasummaatti…
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2016 (FBC) – Hoggansi jijjiiramaa dilbii gama hundaan jiru soquun gara carraa siyaas-dinagdeefi hawaasummaatti jijjiiruu dirqama isaa taasisee hojiitti galeera…
Agarsiifni Turizimii fi Keessummeessa biyyaalessaa kaayyoo qophaa’eef milkeessuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2016 (FBC) – Agarsiifni Turizimii fi Keessummeessa biyyaalessaa Magaalaa Finfinnee Gola Hambaa Saayinsiitti gaggeeffamaa ture xumurameera.
Agarsiisichi kaayyoo…
Sirni Yaadannoo Waggaa 1ffaa guyyaa du’a Dooktara kabajaa Artist Alii Birraa itti fufe
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2016 (FBC) – Sirni Yaadannoo Waggaa 1ffaa guyyaa du'a Dooktara kabajaa Artist Alii Birraa qophiilee adda addaan itti fufeera.
Sirna yaadannoo guyyaa har'aatiin…
Bulchiinsi magaalichaa hanqina dhiyyeessii oomisha qonnaa furuuf yuuniyeenotaa fi waldaalee waliin…
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2016 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee hanqina dhiyyeessii oomisha qonnaa furuuf yuuniyeenotaa fi waldaalee waliin qindoominaan hojjechaa jiraachuu…
Dhaloota egeree biyyaaf abdii ta’an oomishuun dirqama dhaloota har’aati – BBO
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2016 (FBC) – Dhaloota Waan Hundaan Ga'oome horachuu dirqama dhaloota har’aa ta’uu Biiroon Barnootaa Oromiyaa ibseera.
Mootummaan dhaloota waan hundaan ga'oomee…
Godaantoonni Itiyoophiyaa 132 Jibuutiiraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2016 (FBC) – Godaantoonni Itiyoophiyaa 132 marsaa 2n Jibuutiiraa gara biyyaa deebi’uu Jibuutiitti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Birhaanuu Tsaggaayeen ibsaniiru.…
Yuunivarsiitiin Harraambee fi Biiroon Barnoota Oromiyaa wal harkaa fuudhiinsa kitaabilee barattootaa…
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2016 (FBC) –Yuunivarsiitiin Harraambee fi Biiroon Barnoota Oromiyaa kitaabilee barattootaa karkulama haaraan qophaa’e wal harkaa fuudhinsa taasiisaniiru.…
Bulchiinsi Magaalaa Shaggar Hojilee Misooma Qonnaa Hedduu hojjechaa jira – Dooktar Tashoomaa…
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2016 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Shaggar Misooma Qonna magalaan hojiilee baay’ee hojjechaa jiraachuu Kantibaan Magaalaa Shaggar Dooktar Tashooma Addunyaa ibsan.…
Dhimmi barnootaa dhimma koo jedhee qaamni hundi hojjechuu qaba – Obbo Xilahuun Kabbadaa
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2016 (FBC) – Dhimmi barnootaa dhimma koo jedhee qaamni hundi qulqullina barnootaa mirkaneessuuf hojjechuu akka qabu Pireezidaantiin Naannoo Kibba Itiyoophiyaa…