Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Barri Qonnaa 2016/17 bara milkaa’insi Qonnaa Olaanaan itti argameedha – Obbo Geetuu…
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2017 (FBC) – Biiroon Qonnaa Oromiyaa sochii hojii qonnaa bara 2016/17 ilaalchisee miidiyaaleef ibsa kenneera.
Barri Qonnaa 2016/17 Bara Milkaa'insi Qonnaa…
Naannoo Harariitti barattoota qabxii Olaanaa galmeessaniif badhaasni kenname
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2017 (FBC) – Mootummaan Naannoo Hararii barattoota qabxii olaanaa galmeessaniif badhaasa kenneera.
Saganticharratti Pireezidaantiin naannichaa Obbo Ordiin…
Itiyoophiyaatti Qonni Magaalaa cimee itti fufuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaatti Qonni Magaalaa bal’inan hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Ministira Muummee FDRI beeksiise.
Magaalaa Finfinneetti qonni magaalaa oddoo…
Daandiin Qilleesichaa balallii gara Poort Sudaanitti taasisu eegale
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2017 (FBC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa har'arraa eegalee magaalaa Buufata Sudaan kan taatee gara Poorti Sudaanitti balallii eegaleera.
Poorti Sudaan akka…
Gatiin bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa % 2 caalaa garaagarummaa qabaachuu hin qabu jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2017 (FBC) – Gatiin Baankileen daldalaa sharafa alaa ittiin bitaniif gurguran % 2 caalaa garaagarummaa qabaachuu akka hin qabne Baankiin Biyyaalessa Itiyoophiyaa…
Miidhaa Haasawa jibbiinsaa ittisuuf qindoominaan hojjechuun barbaachisaadha jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2017 (FBC) – Miidhaa Olola Sobaa fi Haasawa jibbiinsaan ittisuuf qindoominaan hojjechuun barbaachisaa ta’uu ibsameera.
Waltajjiin ‘Belt and…
Hanga ammaatti lafa hektaara kuma 270 ol irraa Qamadiin faca’eera-BQO
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC )- Misooma qamadii Bonaa bara 2017tiin hanga ammaatti lafti hektaarri kuma 658 fi 418 qophaa'uun, hektaarri kuma 270 fi 209 faca'uu Biiroon Qonnaa…
Milkaa’ina marii biyyaalessaatiif hundu gahee isaa ba’achuu qaba -Komishinicha
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC )-Mariin Ityoophiyaan gaggeessaa jirtu bu’aa barbaadamu akka fiduuf hunduu gahee isaa bahachuu qaba jedhan Komishiinarri Olaanaan Komishiinii Marii…
Lammiileen Itiyoophiyaa 396 Saa’udirraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC )- Saa’ud Arabiyaatti lammiileen Itiyoophiyaa haala rakkisaa keessa turan 396 gara biyyaatti deebi’aniiru.
Deebitoota keessaa 315 dhiirota, 71…
Birmadummaa nyaataa Afrikaa mirkaneessuuf misooma qonnaa hinraafamne gaggeessuu barbaachisa-Dr.…
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC )- Birmadummaa nyaataa Afrikaa waarinaan mirkaneessuuf misooma qonnaa jijjiirama qabeenya qilleensaan hinraafamne gaggeessuu barbaachisa jedhan…