Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Duudhaaleen biyya keessaa nageenya waaraaf gahee olaanaa qaban 72 adda baafamuun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2016 (FBC)- Duudhaaleen biyya keessaa nageenya waaraaf gahee olaanaa qaban 72 adda baafamuu Ministeerri Nageenyaa beeksise.
Ministir Deetaan Ministeercihaa…
Bu’uuraaleen misoomaa sadarkaa qulqullinaa barbaadamuu akka qabaatan hojjetamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2016 (FBC)- Sadarkaa biyyaalessaatti bu’uuraaleen misoomaa ijaaraman sadarkaa qulqullinaa barbaadamu akka qabaataniif hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Magaalaa fi…
Obbo Dastaa Leeddaamoon Ambaasaaddara Neezarlaandi waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddaamoon jilla Ambaasaaddara Neezarlaandi Ambaasaaddar Heen Joon Abubakaariin durfamu waliin…
Itiyoophiyaatti carraan hojii invastimantiirratti bobba’uu abbootii qabeenyaa Paakistaan bal’aatu…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2016 (FBC)- Ambaasaaddarri Paakistaan Miyaan Atiif Itiyoophiyaatti carraan hojii invastimantiirratti bobba’uu abbootii qabeenyaa biyya isaanii bal’aan akka jiru…
Samaaratti Hospitaala baasii Birrii biiliyoona 1‘n ijaaruuf dhagaan bu’uura kaa’ame
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2016 (FBC)-Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaan Magaalaa Samaaratti Hospitaala sadarkaa isaa eeggate baasii Birrii biiliyoona 1‘n ijaaramuuf dhagaa…
Badhaadhinni Itiyoophiyaa akka dhugoomuuf hoggansa cimaa horachuurratti xiyyeeffannaan hojjetamaa…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2016 (FBC)- Tokkummaa ilaalchaa fi hojii eeguun baadhaadhina hundagaleessaa Itiyoophiyaa dhugoomsuuf kan tattaafatu hoggansa cimaa horachuurratti xiyyeeffannaan…
Akkaadaamiiwwan Hoggaansa Afrikaa fi Bulchiinsa Biyyaleessaa Chaayinaa waliigaltee mallattessan
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2016 (FBC)- Akkaadaamiin Hoggaansa Afrikaa fi Akkaadaamiin Bulchiinsa Biyyaalessaa Chaayinaa waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteessan.
Waliigaltichas…
Karoora ce’umsa dijitaalaa milkeessuuf giddugalootaa daataa cimsuuf hojjetamaa jira-Dooktar Ballaxaa…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2016 (FBC)- Karoora ce’umsa dijitaalaa milkeessuuf hojiileen giddugaloota daataa babal’isuu fi cimsuu hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeeraa Innooveeshinii…
Dhaabbileen Itiyoophiyaa Argisiisaa Alergee fi Fichisiisaa Chaayinaarratti hirmaachaa jiru
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2016 (FBC)-Dhaabbileen Alergitoota Itiyoophiyaa Argisiisaa Alergee fi Fichisiisaa Idil Addunyaa Chaayinaatti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jiru.
Argisiisa…
Sosochi “Itiyoophiyaan haa oomishtuun” hanqina sharafa alaa hir’isuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2016 (FBC)-Hanqina sharafa alaa hir’isuuf sosochii Itiyoophiyaan haa oomishtuun hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Itiyoophiyaan Haa Oomishtuu beeksise.…