Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hidhi Haaromsaa gara boqonnaa xumurraatt ce’eera-Koricha
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Ijaarsi Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa gara boqonnaa xumuraatti ce’uu Koreen Hoji Raawwachiisaa Mana Maree Biyyaalessaa hidhichaa ibse.…
Ayyaanonni amantaa waltajjiiwwan calaqqee dhuudhaa amantaati-YDhAI
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Ayyaanonni waggaa amantaa waltajjiiwwan calaqqee duudhaalee amantaa malee ergaawwan qabiyyee siyaasaa kan irratti dabarfaman miti jechuun Yaa’iin Dhaabbilee…
Harka qalleeyyiif manneen jireenyaa 389 dabarfaman
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen harka qalleeyyii fi biyyaaf olmaa kan oolaniif manneen jireenyaa 389 dabarsaniiru.
Aadde…
Waliigalteen Ulaa Galaanaa Mallateeffame Seenaa Biyya Keenyaa Keessatti Boqonnaa Haaraa Kan…
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)-Waliigalteen Ulaa Galaanaa Mallateeffame Seenaa Biyya Keenyaa Keessatti Boqonnaa Haaraa Kan Saaqedha jechuun Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa ibse,.…
Pireezidaantiin Somaaliilaandi daawwanna Itiyoophiyaatti taasisan xumuruun gara biyya isaanitti…
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)-Pireezidaantiin Somaaliilaandii Musee Biihii Abdii daawwanna Itiyoophiyaatti taasisan xumuruun gara biyya isaanitti deebi’aniiru.
Pireezidaanti Musee…
Bakkeewwan hawata tuuriizimii Oromiyaa daawwachiisuuf qophiin taasifamaa jira
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaanota dhaloota 2ffaa biyya alaa jiraatan bakkeewwan hawata tuuriizimii Oromiyaan qabdu daawwachiisuuf qophiin taasifamaa jiraachuu Koomishiniin…
Agarsisini milkaa’ina dippiloomaasii Ityoophiyaarratti xiyyeeffate torbee dhufu eegala-MDhA
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)-Agarsiisni milkaa’ina dippiloomaasii Itiyoophiyaarratti xiyyeeffate torbe dhufu kan gaggeeffamu ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Dubbii Himaan…
Hanga ammaatti qamadiin Bonaa lafa hektaara miiliyoona 2 fi kuma 555 ol faca’uun ibsame
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti misooma qamadii Bonaa baranaan hanga ammaatti lafti hektaara miiliyoona 2 fi kuma 555 fi 823 faca'uu Biiroon Qonnaa oromiyaa beeksise.…
Baatiiwwan 5’n darbanitti lammiileen kuma 144 ol carraa hojii biyya alaa argaachuun ibsame
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Baatiiwwan 5’n darbanitti lammiileen kuma 144 fi 825 carraa hojii alaa argaachuu Ministeerri Hojii fi Ogummaa beeksise.
Bobbii hojii alaa ilaalchisuun…
Ummanni sirna haqaarratti amantaa akka qabaatu qulqullinaan hojjechuu barbaachisa jedhame
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Ummanni sirna haqaarratti amantaa akka qabaatu fi tajaajila barbaachisaa akka argatuuf qulqullina irratti xiyyeeffannaan hojjechuun barbaachisaa ta’uun…