Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Addunyaan akka dorgomaniif barattoota ga’oomsuuf hojjechuun barbaachisadha-Pirof. Birhaanuu Naggaa
Finfinnee, Mudde 26, 2016 (FBC)- Sirna Barnoota Ityoophiyaan, addunyaa waliin dorgomuu akka danda’aniif barattoota ga’oomsuun barbachisaa ta’uu Ministirri Ministeera Barnootaa Pirofeesar…
Yakka gowwoomsuun kan himataman hidhaa cimaa fi maallaqaan akka adabaman murtaa’e
Finfinnee, Mudde 26, 2016 (FBC)- Fira Aanga’aa olaanaa naannoo Oromiyaa akka ta’an fakkeessuu fi fichisiistota simmintooti jechuun yakka gowwoomsuun kanneen himatamaan hidhaa cimaa fi…
Sadarkaa olaanaan buna, shaayii, kuduraa fi muduraarratti xiyyeeffachuun qophiin taasifamaa…
Finfinnee, Mudde 26, 2016 (FBC)- Hanga ammaatti hojiilee gaggeeffamanirraa sadarkaa olaanaan haalaa fooyya’een buna, shaayii fi kuduraa fi muduraarratti xiyyeeffachuun qophiin taasifamaa…
Filmaatawwan elektirooniksiin daldaluun burjaajessitootarraa of eeggachuun akka barbaachisu eerame
Finfinnee, Mudde 26, 2016 (FBC)-Hawaasni filmaatawwan elektirooniksiin walirraa bitee gurguruun tooftaalee burjaajii babal’achaa jiranirraa akka of eeggatu Tajaajilli Nageenya Faayinaansii…
Dorgaadorgeen Mo’aa Mo’attootaa “Faanaa Lamroot” marsaa 4ffaan boru eegala
Finfinnee, Mudde 26, 2016 (FBC)- Dorgaadorgeen Mo’aa Mo’attootaa “Faanaa Lamroot” marsaa 4ffaan badhaasa olaana argamsiisu boru kan eegalu ta’uu Fanaa Biroodkaastiingi Koorporeet beeksise.…
Hawaasni Ayyaana Qilleetti wayita ibiddaa fi elektirikii fayyadamu eeggannoo akka taasisu gaafatame
Finfinnee, Mudde 26, 2016 (FBC)- Hawaasni Ayyaanaa Qillee Dilbata dhufu kabajamuun walqabatee anniisaa elektirikii fi ibidda wayita fayyadamu eeggannoo barbaachisaa akka taasisuu…
Itiyoophiyaanota dhaloota 2ffaa biyya alaarraa dhufaniif simannaan taasifamaa jira
Finfinnee, Mudde 26, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaanota dhaloota 2ffaa biyya alaa jiraataniif simannaan taasifamaa jira.
Sirna simannaa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti taasifamaa…
Gurmaa’iinsa Paartii Badhaadhinaa sadarkaa Federaalaaf sirni beekamtii kennuu gaggeeffame
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)--Sirni beekkamtii kennuu gurmaa'iinsa Paartii Badhaadhinaa sadarkaa Federaalaa Finfinneetti gaggeeffameera.
Waltajjicharratti Pireezidaantii Ittaanaa…
Waliigalteen Itiyoophiyaa fi Somaaliilaand gidduutti mallatteeffame misooma dinagdee sadarkaa Ardiif…
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Waliigalteen Itiyoophiyaafi Somaaliilaandi gidduutti mallatteeffame misooma diinagdee Ardittiif fakkeenya gaariidha jedhan Xiinxalaan Dhimmoota Siyaasaafi…
Korri Qorannoo Oromoo marsaa 14ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Korri Qorannoo Oromoo marsaa 14ffaan mata duree “Duudhaa Keenya Ijaarsa Biyyaatiif” jedhuun gaggeeffameera.
Waltajjicharratti Sadarkaa Pireezidaantii…