Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Diinagdeen naannichaa guddina qabatamaa agarsiisaa jira – Pir. Shimallis
Finfinnee, Sadaasa 10, 2016 (FBC) – Diinagdeen naannoo Oromiyaa guddina qabatamaa agarsiisaa jira jedhan Pireezidaantiin naannichaa Obbo Shimallis Abdiisaan.
Qusannaa Galiifi…
Dooktar Abiy Ahimad Chaansilara Jarman waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii "G20 Compact with Africa (CwA)” gaggeeffamuun dura Chaansilara Jarman Olaaf Shoolzi waliin dhimmoota…
Hariiroon Itiyoophiyaa fi Kuubaa dhiigaan kan walitti hidhameedha Pireezidaantii Ittaanaa Kuubaa
Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Daawwanaa hojiif Itiyoophiyaa kan jiran Pireezidaantiin Ittaanaa Kuubaa Saalvaadoor Antooniyoo Vaaldeez Addabaabaayii Michummaa Itiyoo-Kuubaatti ilillii…
Godinaalee Iluu Abbaa Boorii fi Jimmaatti hojiileen misoomaa daawwataman
Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Hoggantootni Mootummaa naannolee garagaraa magaalaa Mattuu fi Jimmaatti leenjii fudhachaa jiran daawwanaa muuxannoo waljijjiirraa hojilee misoomaa garagaraa…
Safuun qabeenya uumamaa kunuunsuu dagaaguu qaba-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Safuun qabeenya uumamaa kunuunsuu dagaaguu qaba jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.
Pireezidaanti Shimallis, qabeenya…
Irreechi Malkaa Alaaltuu Wanbaraatti kabajame
Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Irreechi Malkaa Alaaltuu Godina Matakkal Aanaa Wambaraatti sirnoota garaagaraan kabajame.
Sirna kabaja ayyaanichaarratti qondaaltonni mootummaa,…
Kitaabileen kuma 100 ol gara dijitaalaatti jijjiiraman
Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Mana Kitaabaa Abrihootitti kitaabileen kuma 100 ol gara dijitaalaatti jijjiiramuun namoonni bakka jiran ta’anii fayyadamuu akka danda’an taasifamuu…
Hirmaattoonni leenjii marsaa 3ffaa pirojektoota garaagaraa daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)-Hooggantoonni mootummaa mata duree “Idaarraa Gara Mindaatti” jedhuun giddugalootaa garaagaraatti marsaa 3ffaan leenji’aa jiran pirojektoota misoomaa…
Jilli Obbo Adam Faaraahiin durfamu Godaambaa Paartii Komunistii Magaalaa Shaangaay daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)-Jilli Olaanaa Pireezidaantii Ittaanaa Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahiin durfamu Godaambaa Paartii Komunistii Magaalaa Shaangaayitti argamu…
Pireezidaantiin Itti Aanaa Kuubaa daawwannaaf Finfinnee galan
Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Itti Aanaa Kuubaa Salvaador Vaaldees Meessaa daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.
Salvaador Vaaldees Meessaa wayita Buufata Xiyyaaraa…