Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waajjirri Giiftii Duree lammiilee Qaro Dhabeeyyiif deeggarsa Fuulle Ijaa taasise
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2017 (FBC)- Waajjirri Giiftii Duree lammiilee Qaro Dhabeeyyii Magaalaa Jimmaa fi naannoo ishee jiraataniif deeggarsa fuulleea ijaa (Marayaa Ijaa) taasise.…
Dooktar Abiy Komishinarri Komishinii Hojii Gamtaa du’aan boqochuutti gadda itti…
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2017 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Komishinarri Komishinii Hojii Gamtaa Itiyoophiyaa Dooktar Geetaachoo Mallas du'aan boqochuutti gadda itti…
Hoggantoonni Olaanoo Mootummaa Naannawaa Daldala Bilisaa Dirree Dhawaa daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2017 (FBC) -Hoggantoonni Olaanoo Mootummaa Federaalaa Naannawaa Daldala Bilisaa Dirree Dhawaa daawwataniiru.
Daawwannicharratti Ministirri Ministeera Geejjibaa…
Qormaata mudatan ce’uun misooma waliigalaa saffisiisuuf tumsuu qabna-Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2017(FBC)- Qormaata mudatan ce’uun misooma waliigalaa saffisiisuuf tumsuu qabna jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan Tamasgeen Xurunaan.
Obbo Tamasgeen gama…
Ministiroonni Raayyaa Ittisaa Afrikaa Humna Qilleensa Itiyoophiyaa daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2017 (FBC) – Ministiroonni Raayyaa Ittisaa Biyyoota Afrikaa Humna Qilleensa Itiyoophiyaa daawwataniiru.
Daawwannicharratti Ministirri Ministeera Raayyaa…
Ministiroonni Raayyaa Ittisaa Afrikaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2017 (FBC) – Ministiroonni Raayyaa Ittisaa Yaa’ii Ministiroota Raayyaa Ittisaa Afrikaarratti hirmaachuuf biyyoota garaagaraarraa dhufan Yaadannoo Injifannoo…
Pireezidaanti Taayyeen Giiftii Dachas Eedanbiraa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Giiftii Dachas Eedanbiraa Soofii Heelan Joonsan waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota…
Pireezidaanti Taayyeen Komishinara Tumsa Idil Addunyaa Gamtaa Awurooppaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2017 (FBC) –Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Komishinara Tumsa Idil Addunyaa Gamtaa Awurooppaa Juutaa Urpiilaayinaa waliin Finfinneetti…
Qabiinsa raga qabiyyee lafaa ammayyeessuun rakkoolee bulchiinsa gaarii furuuf qooda olaanaa…
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2017 (FBC) – Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee fi Ministirri Ministira Magaalaa fi Bu’uraalee misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin hojii Riiformii fi…
Rakkoon Sodaa Nageenyaa Afrikaa mudate furmaata barbaada – Obbo Tamasgeen Xirunaa
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2017 (FBC) – Rakkoon Sodaa Nageenyaa yeroo ammaa Afrikaa mudate mariirra darbee dhimma furmaata waaraa barbaadu ta’uu Ministirri Muummee Itti Aanaa FDRI Obbo…