Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Konkolaachistoota imaltoota dhamaasaniiru jedhaman 823’rratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Mudde 30, 2016 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti Konkolaachistota imaltootaa dhamaasaniiru jedhaman 823 Birrii kuma 596 ol adabaman.
Konkolaachistoonni kunneen adabbii maallaqaatti…
Koonfiraansiin Nageenyaa Godina Shawaa Bahaatti gaggeeffame
Finfinnee, Mudde 30, 2016 (FBC)-Godina Shawaa bahaatti Kooniraansiin nageenyaa hawaasaa Magaalaa Maqii Fi aanaa Dugdaa hirmaachise gaggeeffameera.
Koonfiraansicharratti Pireezidaantiin…
Meeshaaleen Kontirobaandii Birrii miiliyoona 800 olitti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Mudde 30, 2016 (FBC)- Meeshaaleen Kontirobaandii Birrii miiliyoona 800 olitti tilmaamaman to’atamuu Koomishiniin Gumurukaa beeksise.
Komishinichi hordoffii Mudde 18-25,…
Sirna loojistiiksii cimaa ijaaruuf xiyyeeffannon hojjetama jira-Ministeericha
Finfinnee, Mudde 30, 2016 (FBC)- Mootummaan sirna loojistiiksii cimaa ijaaruuf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Ministir Deetaan Ministeera Geejjiba fi Loojistiksii Obbo Dheengee Boruun…
Manni Kitaabaa Abrihoot Gamtaa Qulqullina Mana Kitaabaa Idil Ddunyaa ‘Silki Rood’tti makame
Finfinnee, Mudde 30, 2016 (FBC)- Manni Kitaabaa Abrihoot Gamtaa Qulqullina Mana Kitaabaa Idil Addunyaa ‘Silki Rood’tti makamuun ibsame.
Manni kitaabichaa qindoominichatti kan makameef…
Waliigalteen Itiyoophiyaa fi Somaaliilaandi gidduutti mallatteeffame gaaffii fi injifannoo…
Finfinnee, Mudde 30, 2016 (FBC)- Gaaffiin buufata Doonii argachuu dargaggootaan yeroo dheeraaf gaafatamaa ture waliigalteen deebii argachuun injifannoo dhalootaati jechuun Federeeshiniin…
Weerara lafaa to’achuuf bulchiinsa lafaa teeknooloojiin ammayyeesuuf hojjetamaa jira-BLO
Finfinnee, Mudde 30, 2016 (FBC)- Weerara lafaa baadiyyaa fi magaalaatti gaggeeffamu to'achuuf teeknoloojiin deeggaramuun bulchiinsa lafaa ammayyeesuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Lafaa…
Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Somaaliilaandi waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 29, 2016 (FBC)- Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan, Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Somaaliilaandii Meejer Jeneraal…
Abbaan Taayitichaa Televiizhinii Abbaayiif akeekkachiisa dhumaa kenne
Finfinnee, Mudde 29, 2016 (FBC)- Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaa Televiizyiniin Abbaayi sagantaa aadaa fi duudhaa gaarii hawaasaa yaadota hinkabajne tamsaaseera jedhuun…
Ajjeechaan kan shakkame Mahaammad Shikur Abebawuun kan arge eeruu akka kennuu waamichi dhiyaate
Finfinnee, Mudde 29, 2016 (FBC)- Ajjeechaa Sheek Abduu Yasiniin kan shakkame Mahaammad Shikur Abebawuun kan arge namni kamuu eeruu akka kennuu Poolisiin Magalaaa Finfinnee waamicha…