Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti asiidummaa biyyee ittisuuf Nooraa kuntaala miiliyoona 63 barbaachisa-BQO
Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti asiidummaa biyyee ittisuuf nooraa kuntaala miiliyoona 63 akka barbaachisu Biiroon Qonnaa Oromiyaa akeeke.
Hogganaa Ittaanaa Biirichaa…
Lammiileen biyya alaa Seeraan ala Itiyoophiyaa jiraatan akka galmaa’an hubachiifame
Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)- Lammiilee biyya alaa seeraan ala Itiyoophiyaa jiraatan har’arraa eegalee hanga Amajjii 30, 2016’tti akka galmaa’an Tajaajilli Immigireeshinii fi Lammummaa…
Lammiileen miiliyoona 4 ta’an deeggarsa hatattamaa barbaadu-Komishinicha
Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)-Lammiilee miiliyoona 4 ta'an deeggarsa hatattamaa akka barbaachisuun Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa beeksise.
Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa,…
Hanga ammaatti kompoostii idilee meetir kuubii miiliyoona 119 ol qophaa’eera-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Mudde 30, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti kompoostii idilee meetir kuubii miiliyoona 119 ol qophaa’uu Pireezidaantiin Naannicha Obbo Shimallis Abdiisaa ibsan.…
Sirni hordoffii fi to’annoo ijaarsa sirnaa fi dagaagina dimokiraasii mirkaneessa-Afyaa’ii Caffee
Finfinnee, Mudde 30, 2016 (FBC)- Sirni walhordofuu fi to’achuu ijaarsa sirnaa fi dagaagina dimokiraasii akka mirkaneessu Afyaa’iin Caffee Aadde Sa’aadaa Abdurraahmaan ibsan.
Koreewwan…
Chaappaawwan maqaa hoggantootaa qabanii fi meeshaaleen yakki ittiin raawwatamaa turan to’ataman
Finfinnee, Mudde 30, 2016 (FBC)- Chaappaawwan sobaa maqaa hoggantoota wajjiraalee dabalatee meeshaaleen yakki ittiin raawwatamaa turan to’atamaniiru.
Poolisiin Federaalaa fi Poolisiin…
Finfinneetti Daayrektarootaa fi Dursitota Garee madaallii ga’umsaa fudhatan %34 darbuun ibsame
Finfinnee, Mudde 30, 2016 (FBC)-Bu’aan qormaata madaallii ga’umsaa hojjettoota Bulchiinsaa Magaalaa Finfinneef ifoome.
Bu’aa qormaatichaa ilaalchisuun Yuunivarsiitii Finfinnee,…
Yuuniyeniin Gaalamaa mankuusaa Birrii miiliyoona 17.5’n ijaarsise eebbisiise
Finfinnee, Mudde 30, 2016 (FBC)- Yuuniyeenii Waldaalee Hojii Gamtaa Qonnaan Bultoota Gaalamaa mankuusaa Birrii miiliyoona 17.5’n ijaarsise eebbisiise.
Warshaa Aannanii fi giddugala gabaa…
Ministeerichi pirojektii ragaalee lafa magaalaa ammayyeessuu hojiirra oolchuufi
Finfinnee, Mudde 30, 2016 (FBC)- Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa deeggarsa Rippaabilikii Kooriyaarraa argame Doolaara miiliyoona 30’n pirojektii ragaalee lafa magaalaa…
Hoggansi, qaamoleen nageenyaa fi ummanni nageenya kutaalee Oromiyaa akka mirkaneessan gaafatame
Finfinnee, Mudde 30, 2016 (FBC)- Hoggantoonni, qaamoleen nageenyaa fi ummanni kutaalee Oromiyaa hundatti kutannoon nageenya akka mirkaneessan gaafatame.
Waltajjiin marii nageeyaa fi…