Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiilee Naannoo Tigraayiif deeggarsi Birrii miiliyoona 121 taasifame
Finfinnee, Amajjii 2, 2016 (FBC)- Naannoo Tigraayitti lammiilee deeggarsi barbaachisuuf deeggarsi nyaataa fi uffannaalee Birrii miiliyoona 121'tti tilmaamamu taasifame.
Deeggarsichaas kan…
Ministeerichi Aadaa hojii dagaagsuu fi oomishtummaa fooyyessuun haala dandamurratti leenjii kennuu…
Finfinnee, Amajjii 2, 2016 (FBC)-Ministeerri Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa qooda fudhattoota Naannoolee Oromiyaa, Kibba Lixa Itoophiyaa fi Gambeellaaf Magaalaa Jimmaatti leenjii kennuu…
Ifa Misoomaa Dungoo Wanciif Iferraa
Finfinnee, Amajjii 2, 2016 (FBC)- Qalbii ijoollummaatti yoo deebi’an, waa’ee tabbaa fi sulalaa keessa fiiga guddatan, fardeen garmaamsisaa bishaan daakaa guddatan, har’a yaadannoo isaanii…
Itiyoophiyaanotaa dhaloota 2ffaaf sagantaaleen garaagaraa qophaa’uun ibsame
Finfinnee, Amajjii 2, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaanota dhaloota 2ffaaf biyyaa alaarraa waamicha taasifame simatanii dhufaniif sagantaaleen garaagaraa shan qophaa’uun ibsame.
Waamicha…
Bu’aa Sookoorraa argamu dabaluuf alseerummaan mul’atu hafuu qaba-Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Amajjii 2, 2016 (FBC)- Bu’aa Albuuda Sookoo irraa argamu dabaluuf alseerummaa oomisha kanaa hambisuun murteessaa ta’uu Pireezidantiin Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Magaalaa Beddelleetti balaa ibiddaan lubbuun miseensota maatii tokkoo darbe
Finfinnee, Amajjii 2, 2016 (FBC)-Magaalaa Beddelleetti halkan edaa balaa ibiddaa mudateen lubbuun miseensota maatii tokko darbe.
Balichaan Abbaa mana, haadha mana fi daa’imman isaanii…
Tajaajila tola ooltummaan hojiileen Birrii biiliyoona 17.5’tti tilmaamaan raawwatamuun ibsame
Finfinnee, Amajjii 2, 2016 (FBC)- Baatiiwwan ja’an darban sadarkaa biyyaalessaatti dargaggoota tola ooltotaan hojiileen Birrii biiliyoona 17 fi miiliyoona 598 fi kuma 561 gaggeeffamuu…
Ayyaana Cuuphaan walqabatee carraa tuuriziimii Baatuu beeksisuuf hojjatamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)- Carraa Ayyaana Cuuphaan walqabatnii jiranitti fayyadamuun humna Tuuriziimii magaalaa Baatuu beeksisuuf hojjatamaa jiraachuun Waajjirri Aadaa fi tuuriizimii…
Waliigalteen Itiyoophiyaa fi Somaaliilandi hariiroo bu’uuressuun, fayyadamummaa waloof balbala…
Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)- Waliigalteen Itiyoophiyaa fi Somaaliilandi gidduutti mallatteeffame hariiroo baroota dheeraaf turu bu’uuressuun, fayyadamummaa waloo mirkaneessuuf balbala…
Waliigalteen karra galanaa argachuu ajandaa biyyaalessaa deeggaramuudha-Mana Marichaa
Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)- Waliigalteen Itiyoophiyaa fi Somaaliilandi gidduutti mallattaa'e qajeelummaan kan fudhatamuu fi ajandaa biyyaalessaa waan ta’eef, hojiirra oolmaa isaaf…