Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Biyyi qulqullina barnootaaf aadaa qusannaa hinqabne abdii egeree hinqabdu-Obbo Awwaluu
Finfinnee, Amajjii 2, 2016 (FBC)- Biyyi qulqullina barnootaa fi aadaa qusannaa hinqabne abdii egeree hinqabdu jedhan Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu…
Aadde Adaanech Ayyaana Cuuphaarratti Abbootii Amantaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 2, 2016 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abbootii Amantaa Waajjira Olaanaa Mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaa fi Kutaa Lallabaa…
Oromiyaatti duulli Buna Gamashuu eegale
Finfinnee, Amajjii 2, 2016 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti duulli Buna Gamashuu baatii lamaaf turu eegaluu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Hogganaan Ittaanaa biiroo Qonnaa oromiyaa Obbo…
Seenaan dippiloomaasii Itiyoophiyaa dhagahamtummaa fi dhiibbaa uumtummaa ishee kan…
Finfinnee, Amajjii 2, 2016 (FBC)- Seenaan dippiloomaasii Itiyoophiyaa walitti dhufeenya biyyoota waliin qabaachuu qofa osoo hintaane dhaga’amtummaa fi dhiibbaa uumtummaa ishees kan…
Miseensonni Hojii Raawwachiistota Liigii Dubartootaa Paartichaa Hidha Haaromsaa daawwatan
Finfinnee, Amajjii 2, 2016 (FBC)- Miseensonni Hojii Raawwachiistoota Liigii Dubartoota Paartii Badhaadhinaa Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa daawwataniiru.
Gamaaggamni walakka waggaa…
Hojiilee fayyadamummaa ummataa mirkaneessuuf deeggarsii fi hordoffiin murteessaadha jedhame
Finfinnee, Amajjii 2, 2016 (FBC)- Hojiilee fayyadamummaa ummataa mirkaneessuuf hojmaanni mootummaan diriirse bu'aa qabatamaa akka fiduuf deeggarsii fi hordoffiin murteessaa ta’uun himame.…
Sirni baniinsa agarsiisaa “Torbee Dippiloomaasii” Itiyoophiyaa gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 2, 2016 (FBC)-Sirni baniinsaa agarsiisaa “Torbee Dippiloomaasii” Itiyoophiyaa Godambaa Saayinsiitti gaggeeffame
Sirnicharratti Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi…
Hojiilee fayyadamummaa ummataa mirkaneessuuf deeggarsii fi hordoffiin murteessaadha jedhame
Finfinnee, Amajjii 2, 2016 (FBC)- Hojiilee fayyadamummaa ummataa mirkaneessuuf hojmaanni mootummaan diriirse bu'aa qabatamaa akka fiduuf deeggarsii fi hordoffiin murteessaa ta’uun himame.…
Aadde Adaanech Itti Gaafatamtuu Dhimmoota Balaa Tiraafikaa Biluumbargi Filiintirooppi waliin…
Finfinnee, Amajjii 2, 2016 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Itti Gaafatamtuu Dhimmoota Balaa Tiraafilkaa Biluumbargi Filiintrooppi Keelii Laarsanii fi waahila…
Waltajjiin marii gaaffii Karra Galaanaa Itiyoophiyaarratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 2, 2016 (FBC)- Waltajjiin marii gaaffii Karraa Galaanaa Itiyoophiyaarratti xiyyeeffate mata duree “Karraa Galaanaa Itiyoophiyaa Walitti Hidhamiinsaa fi Nageenya Waaraaf”…